Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 17, 2025 .

” ዘላቂ እና ህዝብን ያማከለ አረንጓዴ ሽግግር” በሚል መሪ ቃል በቬትናም እየተካሄደ ያለው የ2025 ፒ4ጂ የቬትናም ጉባዔ በጠቅላይ ሚንስትር አብይ አህመድ (ዶ/ር) ንግግር ተጀምሯል ::

” ዘላቂ እና ህዝብን ያማከለ አረንጓዴ ሽግግር” በሚል መሪ ቃል በቬትናም  እየተካሄደ ያለው የ2025 ፒ4ጂ የቬትናም ጉባዔ በጠቅላይ ሚንስትር አብይ አህመድ (ዶ/ር) የመክፈቻ ንግግር  ተጀምሯል ::

በስብሰባው የብዝሀ ህይወት መጥፋት እና የመሬት መራቆትን በመታገል ተፈጥሮን ለመጠበቅ አስቸኳይ እርምጃ መወሰድ እንዳለበት እና እንደ አረንጓዴ አሻራዎች ያሉ የህዝብ ስራዎችን በገንዘብ መደገፍ እንዲሁም
የብዝሀ ህይወት  ለአካባቢው ማህበረሰቦች  ፍትሃዊ ጥቅሞችን ብቻ የሚያስገኙ ከመሆናቸው  አንፃር ሊበረታቱ እንደሚገባ አፅንኦት ተሰጥቶበታል ::

የኢትዮጵያ ንግድና ዘርፍ ምህበራት ምክር ቤት ልዑክም በዚህ  ወሳኝ ጉባዔ ላይ  ተሳትፎ እያደረገ ነው።
በዚህ አጋጣሚም ምክር ቤታችን ለዘላቂ እና ህዝብን ላማከለ አረንጓዴ ሽግግር ስኬታማነት ያለውን ቁርጠኝነት እየገለፀ ፤ የግሉ ዘርፍም የሚጠበቅበትን ሚና እንዲወጣ ጥሪውን ያቀርባል።

Mata duree “Ce’umsa Magariisaa Itti Fufiinsa Qabuu fi Uummata Giddugaleessa Godhate” jedhuun Veetnaam keessatti gaggeeffamaa jiru P4G Veetnaam Yaa’iin bara 2025 Ministira Muummee Abiy Ahimad (PhD)n banamaniiru.

Walgahiin kun kasaaraa heddummina lubbu qabeeyyii fi manca’iinsa lafaa qolachuun uumama eeguuf tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamu, akkasumas hojiiwwan mootummaa kanneen akka miila magariisaa maallaqaan akka deeggaraman gaafateera.
Heddummina lubbu qabeeyyii hawaasa naannoo qofaaf faayidaa haqa qabeessa waan argamsiisuuf guddifamuu akka qabu cimsamee ibsameera.

Jilli Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Itiyoophiyaas konfiraansii barbaachisaa kana irratti hirmaachaa jira.
Sababa kanaan manni maree keenya ce’umsa magariisaa itti fufiinsa qabuu fi milkaa’aa ta’ee fi faayidaa ummataaf ta’u akka raawwatamuuf waadaa akka qabu ibsa; Dameen dhuunfaas gahee eegamu akka bahatu gaafatee jira.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia