Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Jun 15, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ እና የስራ አመራር አባላት በቅርቡ በፀደቀዉ የንግድ ፖሊሲ ላይ እየተወያዩ ነዉ።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ እና የስራ አመራር አባላት በቅርቡ በፀደቀዉ የንግድ ፖሊሲ ላይ እየተወያዩ ነዉ። የዉይይቱ ዓላማም በፖሊሲዉ ላይ በቂ ግንዛቤ በመያዝ ለፖሊሲዉ ተፈፃሚነት ተገቢዉን አስተዋፅኦ ለማበርከት ነዉ።
የግንዛቤ ማስጨበጫዉን የሰጡት በንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚ/ር  የፖሊሲ ና ስትራቴጂ  ዝግጅትና ትንተና ባለሙያ ዶ/ር ግርማ  አብዲሳ ናቸዉ።
የግሉ ዘርፍ ድምፅ የሆነዉን ም/ቤት በስትራቴጂ  ደረጃ የሚመሩ የዳይረክተሮች ቦርድ አባላትና  የፖሊሲዉን ትግበራ የሚመሩ የስራ አመራር አባላት የጋራ ግንዛቤ ሲኖራቸዉ ለፖሊሲዉ ተፈፃሚነት ተገቢዉን አስተዋፅኦ ያደርጋሉ ተብሎ በመታመኑ የግንዛቤ መፍጠርያ መድረኩ መዘጋጀቱን የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ዋና ፀሐፊ ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ ገልፀዋል።
❇️❇️❇️❇️
Boordiin Daayirekterootaafi Maanaajimantiin Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Imaammata Daldalaa haarawaa baheefi dhiyeenya kana ragga’e irratti mari’achaa jiru. Kaayyoon marichaas imaammaticharratti hubannoo gahaa qabaachuun hojiirra oolmaasaatiif tumsa barbaachisu taasisuufidha.
Imaammaticharratti hoggansa mana marichaatiif hubannoo uumaa kan jiran Ministeera Daldalaafi Walitti hidhamiinsa naannoleetti, xiinxaalaa Imaammataafi Tarsiimoo Dr. Girmaa Abdiisaati.
Mana Maree bakka bu’aa dhaabbilee dhuunfaa ta’e kanaaf qaamoleen  hoggansa tarsiimo’aa kennaniifi raawwiisaa hogganan hubannoo waliinii yoo qabaatan hojiirra oolmaa Imaammatichaatiif tumsa barbaachisu taasisu jedhamee waan amanameef waltajjin hubannoo uumuu kun qophaa’uusaa Barreessaan Ol’aanaa Mana Marichaa Dr. Qananiisaa Lammii ibsaniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia