Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

May 08, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር  ቤት  መቀመጫውን በኬንያ፣ ናይሮቢ ካደረገው የታይላንድ  የንግድ ማዕከል  ዳይሬክተር  ጋር ተወያዩ፡፡

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር  ቤት  መቀመጫውን በኬንያ፣ ናይሮቢ ካደረገው የታይላንድ  የንግድ ማዕከል  ዳይሬክተር  ጋር ተወያዩ፡፡

በውይይቱ ወቅት የምክር ቤቱ ምክትል ዋና ፀሐፊ ወ/ሮ ሄለን ረታ  ምክር ቤቱ ስለሚሰጠው አገልግሎት ገለጻ አድርገውላቸዋል፡፡  ጃኑዋት ጃንታራጂት በበኩላቸው የታይላንድ ካምፓኒዎች ከኢትዮጵያ ካምፓኒዎች ጋር  በሚቀጥለው ሐምሌ ወር  መጀመርያ ላይ በሒልተን ሆቴል ለሚያካሂዱት የቢዝነስ ለቢዝነስ መርሃግብር ገለጸ አድርገዋል፡፡
❇️❇️❇️❇️❇️
Barreessituu Itti Aantuun Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Aadde Helen Rattaa Daayirektara Giddu Gala Daldalaa Taayilaand Paanuwaat Jaantaaraajiit waliin mari’atan.
Marii isaanii keessattis tajaajiloota Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa Dhaabbilee dhuunfaaf kennuufi itti gaafatamummaa mana marichaa ibsaniiru.
Jaanuwaat Jaantaaraajiit gamasaanin Kaampaaniiwwan Taayilaand jalqaba ji’a Adoilessaa dhufu kanarratti magaalaa Finfinnee, Hooteela Hiltanitti Biizanasoota Itoophiyaa waliin Fooramii walitti hidhaminsa gabaa gaggeessuuf qophii taasisaa jiraachuusaanii beeksisaniiru.

The Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations has held discussions with the Director of the Thailand Trade Centre, which is based in Nairobi, Kenya.
During the meeting, the Chamber’s Deputy Secretary General, Helen Reta presented the services provided by the Chamber. On his part, Januwat Jantarajit said Thai companies would hold a business to business programme with Ethiopian companies at the Hilton Hotel in early July.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia