Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

May 02, 2025 .

የኦሮሚያ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት 11ኛው የዳይሬክተሮች ቦርድ ስብሰባ በሂልተን ሆቴል

የኦሮሚያ  ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት 11ኛው የዳይሬክተሮች ቦርድ ስብሰባ የምክር ቤቱ ፕሬዝዳንት እና የቦርድ ኮሚቴ አባላት በተገኙበት በሂልተን ሆቴል እየተካሄደ ነው።
የቦርዱ ስብሰባ አጀንዳዎች የጽህፈት ቤቱን 3ኛ ሩብ አመት ሪፖርት ተወያይቶ ያፀድቃል።
በተጨማሪም መድረኩ የኦሮሚያ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት  በሸገር ንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት አዘጋጅንት በሚካሄደው 13ኛው የልምድ ልውውጥ ዝግጀት   ፕሮግራም ላይ ውይይት ይካሄዳል ።


Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektara Oromiyaa Walgahii boordii Daayirektaraa Marsaa 11ffaa Hoteela Hilton tti Bakka Pireezidantiin Mana Marichaa fi miseensonni Koreen Boordii argamanitti gaggeeffama jira.
Sagantaan Walgahii Boordii kun gabaasa Kurmaana 3ffaa waajiraa  dhaggeefachuun mariyatee kan mirkaneessu ta’a.
Dabalataan  waltajjii kana adda kan taasisuu jala bultii qophii Muxxannoo Waljijjiiraa marsaa 13ffaa Magaalaa shagaritti gaggeffamuuf sadarkaa qophii isaa irra jiru ilaaluun kalatiin kan  kahamu tahuu ibsamee jira.
(ኦ/ን/ዘ/ማ/ም ቤት)

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia