Mar 29, 2025 .
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf Baga Iid Al-Fixrii 1446.itiin nugahe Waan nuti Rabbiif jennee hojjene hunda Rabbiin nuraa haa qeebalu.
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf Baga Iid Al-Fixrii 1446.itiin nugahe
Waan nuti Rabbiif jennee hojjene hunda Rabbiin nuraa haa qeebalu.
Iid Mubaarak!
Sebsib , Abafira

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች
እንኳን ለ1446ኛው የዒድ አልፈጥር በዓል በሰላም አደረንሰን ፡፡
ለዓላህ ብለን ያደረግነውን ሁሉ ዓላህ ይቀበለን::
ዒድ ሙባረክ!
ሰብስብ አባፍራ

