May 06, 2026 .
Walgahiin Invastimantii Select USA USA, Maryland, National Harbor keessatti gaggeeffamaa jiru, har’a guyyaa lammaffaa isaati.

Walgahiin Invastimantii Select USA USA, Maryland, National Harbor keessatti gaggeeffamaa jiru, har’a guyyaa lammaffaa isaati.
Waltajjii kana irratti ana dabalatee invastaroota biyya keessaa 20 ol ta’an, Daarektarri Olaanaa Inteligensi Namtolchee Itiyoophiyaa Doktar Worku Gachenaa fi bakka bu’oonni Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasingaa hirmaataniiru.

