Jul 31, 2025 .
Naannoo Oromiyaatti Manneen Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Godinootaafi Magaalota gara garaa har’a duula Ashaaraa Magariisaa Irratti hirmaachuun biqiltuu dhaabaniiru.

Naannoo Oromiyaatti Manneen Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Godinootaafi Magaalota gara garaa har’a duula Ashaaraa Magariisaa Irratti hirmaachuun biqiltuu dhaabaniiru.

Diinagdee Magariisaa jijjiirama Qilleensaa Dandamatu mirkaneessuu jeessatti Shoorri Sektera dhuunfaa darana olaanaadha. Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Magaalaa Shaggar duula Ashaaraa Magariisaa irratti hirmaachuun waamicha Muummicha Ministiraa, guyyaa tokkotti biqiltuu Miliyoona 700 dhaabuutiif gumaachaniiru.

