Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Dec 13, 2025 .

የኢትዮጵያ የደረጃዎች ቦርድ 3ኛ መደበኛ ስብሰባ አካሂደናል:- ዶክተር ካሳሁን ጎፌ

የኢትዮጵያ የደረጃዎች ቦርድ 3ኛ መደበኛ ስብሰባ አካሂደናል።

በመደበኛ ስብሰባችንም ለሀገራችን የኢኮኖሚ እንቅስቃሴ ወሳኝ በሆኑ ብሔራዊ ደረጃዎች ላይ ሰፊ ውይይትና ምርመራ ካደረግን በኋላ አፅድቀናቸዋል።

ከፀደቁት አስገዳጅ አጀንዳዎች መካከል ሀገራችን በቅርቡ ማምረት የጀመረችው እና ለገበያ ለማቅረብ በዝግጅት ላይ የምትገኘው የተፈጥሮ ጋዝ ምርቶች ደረጃ ይገኝበታል::

የብሔራዊ ደረጃዎች መፅደቅ የሀገራችን አምራቾችና አገልገሎት ሰጪዎች ወደ ላቀ ተግባራዊ እንቅስቃሴ እንዲገቡ ከፍተኛ አስተዋጽኦ ያለው ሲሆን በሀገራችን የሚመረቱ ምርቶች ጥራታቸውን የጠበቁና ተወዳዳሪ እንዲሆኑ ላቅ ያለ ድርሻ ይኖረዋል።
ዶክተር ካሳሁን ጎፌ
የኢፌዲሪ የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር

❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️
Har’a ganama walgahii idilee 3ffaa Boordii Istaandardii Itiyoophiyaa taasifneerra jirra. Istaandaardiiwwan Guyyaa har’aa mirkanaa’an keessaa Gaazii uumamaa yeroo dhiyoo biyyi keenya baastee fi gabaadhaaf dhiyeessuuf boqonnaa xumuraa irratti argamtu isa jalqabaati. Marii fi qorannaa bal’aa erga taasifnee booda Istaandaardii Biyyoolessaa sochii dinagdee biyya keenyaaf murteessaa ta’e akka hojiirra ooluuf raggaasifnee jirra. Raggaasifamuun Istaandaardii Biyyaalessaa oomishtoota fi tajaajila kennitoota biyya keenyaa gara hojii foyya’aatti akka galaniif gumaacha olaanaa kan qabu yoo ta’u, oomishoonni biyya keenya keessatti oomishaman qulqullina isaanii eeggatanii dorgomaa akka ta’an gochuu keessatti gahee olaanaa qaba.

❇️❇️❇️❇️❇️
This morning, the Ethiopian Standards Board held its 3rd regular meeting. After extensive discussion and examination, we approved national standards that are crucial to our country’s economic activities. Among the mandatory agenda items approved is the standard for natural gas products that our country has recently started producing and is preparing to market. The approval of national standards will greatly contribute to the advancement of our country’s manufacturers and service providers and will play a significant role in ensuring that the products produced in our country maintain their quality and are competitive.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia