የዓለም ንግድ ድርጅት አባልነት ተደራዳሪ ኮሚቴ ባከናወነው መደበኛ ስብሰባ ለ7ኛው የስራ ቡድን እየተደረገ ያለ ዝግጅትና ሌሎች ክንውኖችን ገምግመናል።


የዓለም ንግድ ድርጅት አባልነት ተደራዳሪ ኮሚቴ ባከናወነው መደበኛ ስብሰባ ለ7ኛው የስራ ቡድን እየተደረገ ያለ ዝግጅትና ሌሎች ክንውኖችን ገምግመናል።
በሁለትዮሽ የገበያ ዕድል ድርድር አስካሁን ከቱርክዬ፣ አርጀንቲና፣ ቻይናና ራሽያ ጋር መፈራረማችን የሚታወስ ሲሆን ከሌሎች የስራ ቡድን አባል ሃገራት ጋር እየተደረገ ያለውን ድርድር ለማፋጠን የሚረዱ ጉዳዮችን በመለየት ተግባራዊ እንዲደረጉ አቅጣጫ አስቀምጠናል።
በባለብዙ ወገን ድርድርም በ6ኛው የስራ ቡድን ስብሰባ የተነሱና በድርጅቱ አባል ሃገራት በኦፊሲየላዊ መንገድ ለተጠየቁ ጥያቄዎች ምላሽ ሰጥተናል።
የኢትዮጵያን የዓለም ንግድ ድርጅት አባልነትን ባስቀመጥነው ዕቅድ መሰረት ለማሳካት ተደራዳሪ ኮሚቴውና የቴክኒክ ኮሚቴ በከፍተኛ ትኩረትና ትጋት መስራታችንን አጠናክረን እንቀጥላለን።
ዶክተር ካሳሁን ጎፌ
የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር





Har’a waaree booda Koreen Marii Miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa walgahii idilee taa’een hojiiwwan hojjetaman gamaaggamneerra. Gama marii carraa gabaa gam-lameetiin biyyoota Turkiyyee, Arjentiinaa, Chaayinaa fi Raashiyaa waliin waliigaltee mallatteessuun keenya ni yaadatama. Marii biyyoota miseensa garee hojii biroo waliin taasifamu saffisiisuuf dhimmoota gargaaran adda kan baasne yoo ta’u, saffisaan akka hojjetaman kallattii keenyeerra. Marii gam-danuutiin gaaffilee biyyoota miseensotaarraa dhiyaataniif deebii gahaa laanneerra. Dhimmoota murtoo barbaadan kanneen biroorrattis marii bal’aa taasisuudhaan murtoo laanneerra. Gareen mari’ataa hojiiwwan raawwii marii gam-lamee fi gam-danuutiif murteessoo ta’an yeroon akka goolabus kallattii keenyeerra. Akkaataa karoorfanneen miseensummaa DhDA Itoophiyaa galmaan gahuuf xiyyeeffannoo olaanaa fi ciminaan hojjechuu kan itti fufnu ta’a.






Today afternoon, at the regular meeting of the WTO Membership Negotiating Committee, we reviewed the preparations for the 7th Working Party meeting. In the context of bilateral market access negotiations, it is important to note that we have already signed agreements with Turkey, Argentina, China, and the Russian Federation. We are currently working to finalize additional bilateral agreements to meet the deadline set for the end of November. On the multilateral track, we have officially received questions and have prepared responses in coordination with our relevant institutions. We have also made decisions on outstanding issues presented by the technical committee to advance the accession process. Finally, we directed the negotiating team to work vigorously to conclude the remaining bilateral negotiations and address issues on the multilateral front.

