Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 04, 2025 .

Mariin miseensota hawaasa daldalaa waliin odiitii gibiraa, ittisa komii, fi furmaata ilaalchisee taasifamaa jira.

Mariin miseensota hawaasa daldalaa waliin odiitii gibiraa, ittisa komii, fi furmaata ilaalchisee taasifamaa jira.
Manni Maree Daldalaa fi woldaan sektera Ityoophiyaa GIZ BEIC waliin ta’uun waltajjii marii mata duree “Tax Audit and Compliant Handling Practice in Ethiopia” jedhuun qopheessee ogeeyyiin dhaabbilee adda addaa irraa hirmaataniiru. Hojiin qorannoo odiitii taaksii irratti gaggeeffamaa jiru dhimmoota manni marichaa xiyyeeffannoo itti kenne keessaa tokko ta’uun ni beekama.
Ogeeyyiin dhaabbilee adda addaa irraa marii kana irratti kan hirmaatan yoo ta’u, yaadonni qorannichaaf galtee ta’anii tajaajilan walitti qabamaniiru.

   

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia