Jul 28, 2025 .
በተባበሩት መንግስታት ድርጅት የሚዘጋጀው 2ኛው የምግብ ስርዓት ጉባኤ ለሶስት ቀናት በአዲስ አበባ ይካሄዳል።

ኢትዮጵያ ጉባኤውን እንድታዘጋጅ ለምን ተመረጠች?
በተባበሩት መንግስታት ድርጅት የሚዘጋጀው 2ኛው የምግብ ስርዓት ጉባኤ ለሶስት ቀናት በአዲስ አበባ ይካሄዳል። በጉባኤው ላይ ለመሳተፍ የሃገራት መሪዎቸን ጨምሮ፣ የተመድ ምክትል ፀሃፊ፣ ሌሎች እንግዶችም አዲስ አበባ ገብተዋል።
ጉባኤውን ለማዘጋጀት ኢትዮጵያ ለምን ተመረጠች?
1. በስንዴ ምርት ያሳየችው አስደናቂ ውጤት፣
2. አረንጓዴ አሻራ፣
3. የሌማት ትሩፋት እንሼቲቭ፣
4. በተማሪ ምገባ መርሃግብር በአዲስ አበባ የተገኘው ውጤት፣
እና ሌሎች ምክንያቶች ሊጠቀሱ ይችላሉ።


Kora kana qopheessuuf Itoophiyaan maaliif filatamte?
Yaa’iin/Korri Wabii Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 2ffaan bor irraa jalqabee guyyoota sadiif Finfinneetti gaggeeffama. Kora kanarratti hirmaachuuf hoggantoota biyyoota adda addaa fi Itti aantuu barreessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dabalatee keessummoonni hedduun Itoophiyaa seenaniiru.
Kora kana keessummeessuuf Itoophiyaan maaliif filatamte laata;
1. Milkaa’ina gama oomisha Qamadiitiin Itoophiyaan agarsiifte,
2. Ashaaraa Magariisaa
3. Inisheetiivii “Maaddii Guutuu” jedhuun hawaasni biyyattii nyaata madaalawaa akka sooratu kutannoo fi karoora mootummaan qabatee jiru,
4. Inisheetiivii “Nyaata barataa” jedhuun sadarkaa biyyattiitti sochii naannolee hunda keessatti godhameefi milkaa’ina magaalaan Finfinnee gama kanaan agarsiifte.

