Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Jul 29, 2025 .

የአዳማ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት አባላትን እና ባለድርሻ አካላትን ያሳተፈ የአረንጓዴ አሻራ ፕሮግራም (ችግኝ ተከላ) አከናዉነዋል ።

በመትከል ማንሰራራት!
የአዳማ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት አባላትን እና ባለድርሻ አካላትን ያሳተፈ የአረንጓዴ አሻራ ፕሮግራም (ችግኝ ተከላ) አከናዉኖዋል ።
ነጋዴዎች፣ የምክር ቤቱ አባላትና የተለያዩ ባለድርሻ አካላት ወደ ዋንጂ ወረዳ በሚወስደው አስፓልት መንገድ ላይ ችግኝ ተክለዋል።
ምክር ቤቱ የአባላትን መብት ከማስጠበቅ እና በነጋዴዎች እና በመንግስት መካከል እንደ ድልድይ ሆኖ ከማገልገል ከተመሰረተለት አላማዎች ጎን ለጎን በተለያዩ ማህበራዊ አገልግሎት ስራዎች ላይም በብቃት እየተሳተፈ ነው ።
 
Manni Marii Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa Adamaa Miseensotaa fi Qodaa Fudhattoota Hirmaachisuun Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Dhaabe.
Daldaltootni miseensa mana marichaa fi qooda fudhattootni adda addaa argamuun qarqara daandii aspaaltii gara aanaa Wanjii geessurra biqiltuu dhaabaniiru.
Kayyoo hundeeffamaa mirga miseensotaa kabachiisuu fi daldaltoota fi mootummaa gidduutti akka riqichaatti tajaajiluu fa’a qabame maddiitti hojiilee tajaajila lammummaa adda addaarrattis hirmaannaa bu’a qabeessa taasifna jedhan pirezidaantiin mana marii Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Adaamaa obbo Bayyanaa Toleeraa.
Kanuma bu’uureffachuunis mata duree “dhaabuun bayyanachuu” jedhuun waamicha taasifameef owwaatuun iddoo adda baafametti biqiltuu dhaabuun ashaaraa keenyee ibsan.
   

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia