Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Sep 24, 2025 .

የኢትዮጵያ የዓለም ንግድ ድርጅት ፎረምን በስዊዘርላንድ ጄኔቫ በተሳካ ሁኔታ አካሂደናል:- ዶክተር ካሳሁን ጎፌ – የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር

የኢትዮጵያ የዓለም ንግድ ድርጅት ፎረምን በስዊዘርላንድ ጄኔቫ በተሳካ ሁኔታ አካሂደናል። የፎረሙ መሪ ቃል “ኢትዮጵያ ለንግድ ምቹ: የአለም ንግድ ድርጅትን ለማቀላቀል ዝግጁ” የሚል ሲሆን በፎረሙ ላይ የድርጅቱ አባል ሃገራት፣ የዲፕሎማትክ ማህበረስብ፣ የልማት አጋሮችና የግሉ ዘርፍ ተወካዮች ተሳትፈውበታል።

በመክፈቻው ባደረኩት ንግግር ሃገራችን የሪፎርም ሥራዎችን በቁርጠኝነት እየመራች መሆኑንና ከመቼውም ጊዜ በላይ ለዓለም ንግድ ድርጅት አባልነት ብቁ መሆኗን ገልጫለሁ። ቀጥሎም መንግሥት በበላይነት ይመራው ከነበረው እድገት ወደ በግሉ ዘርፍ የሚመራ እድገት ለማሸጋገርና ሌሎች የኢኮኖሚ ስብራቶችን ለመጠገን የጀመርነውን የማክሮ ኢኮኖሚክ ሪፎርም ሥራዎችና አሱን ለመደገፍ የተሰሩ የሕግ ማሻሻያ ሥራዎችን አጉልቶ የሚያሳይ ገለፃ ቀርቧል።

አጋር አካላትም ሃገራችን ታሪካዊ በሆነ የማክሮ ኢኮኖሚክ ሪፎርም ውስጥ መሆኗን፣ የሪፎርም ሥራዎቹም ውጤት እያመጡ መሆኑን ምስክርነታቸውን የሰጡ ሲሆን የዓለም ንግድ ድርጅት አባል ሃገራት ሃገሪቱ የሄደችበትን ርቅት ግንዛቤ ውስጥ በማስገባት ድርጅቱን በአፋጣኝ እንድትቀላቀል እንዲያደርጉ እና የሪፎርሙን ውጤት በማስጠበቅ የራሳቸውን ድርሻ እንዲወጡ ጥሪ አቅርበዋል።

ዶክተር ካሳሁን ጎፌ
የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር
❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️

Guyyaa har’aa miseensummaa Itoophiyaa Dhaabbata Daldalaa Adunyaa ilaalchisee Foramii milkaa’aa Siwiizerlaandi Jeenevaatti taasifneerra. Forumiin kun yaada ijoo “Itoophiyaan Daldalaaf mijattuu, miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaaf qophii mata duree jedhuun kan qophaa’e yoo ta’u, biyyoonni miseensota dhaabbatichaa, hawaasa dippilomaasii, deeggartoota misoomaafi bakka bootonni sektara dhuunfaa hirmaataniiru. Dubbiin baniinsarratti dubbadheen biyyi keenya rifoormii seenaa ishee keessatti mul’atee hin beekne kutannoodhaan hogganaa jiraachuufi miseensummaa DhDAf qophii ta’uushee hubachiiseera.  Haaluma kanaan guddina armaan dura adda durummaa mootummaan hoogganamaa ture gara hirmaannaa olaanaa sektara dhuunfaatiitti ceesisuufi cabiinsa diinagdee suphuuf rifoormiiwwan diinagdee gooroo jalqabnee fi fooyya’insa seerota sana utubuuf fudhataman ilaalchisee ibsi bal’aan laatameera. Qaamoleen deeggartootaas jijjiirama mul’ateef raga kan bahan yoo ta’u miseensonni DhDA guddina Itoophiyaan itti jirtu hubachuudhaan adeemsa saffisiisuun bu’aawwan rifoormii cimsuun qooda mataa isaanii akka bahan waamicha dhiyeessineerra.
❇️❇️❇️❇️❇️❇️

Ethiopia successfully held a WTO Forum and Panel Discussion on the theme “Ethiopia: Open for Trade, Joining the WTO.” In Switzerland Geneva. The event brought together WTO Members, the diplomatic community, development partners, and the private sector. In my opening remarks I highlighted Ethiopia’s bold structural, legislative, and institutional reforms, underscoring that the country now stands ready to conclude its WTO accession – an important milestone to consolidate economic transformation, empower the private sector, and ensure sustainable growth. Panel presentations highlighted the legal reforms undertaken to anchor macroeconomic changes, the shift from a public investment and debt-driven model to private sector-led growth, and the practical opportunities and challenges of the reform. Development partners lauded the reform and noted tangible results such as narrowing the gap between official and parallel markets, improved forex availability, doubled exports, reduced inflation, and strengthened revenue performance. Participants emphasized that such fundamental change cannot occur overnight and called on WTO Members to show flexibility, ensuring Ethiopia’s historic reforms are secured by binding international commitments through WTO accession.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia