Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 02, 2026 .

የኢትዮ -ሩሲያ ቢዝነስ ለቢዝነስ ውይይት በአዲስ አበባ ሂልተን ሆቴል ተካሄደ።

 

የኢትዮ -ሩሲያ ቢዝነስ ለቢዝነስ ውይይት በአዲስ አበባ ሂልተን ሆቴል ተካሄደ።

በውይይቱም በተለይም በሞስኮ የሚገኙ የጤና እና የቴክኖሎጅ ኩባንያዎች ከኢትዮጵያ አቻዎቻቸው ጋር በትብብር በሚሰሩባቸው የቢዝነስ እድሎች ዙሪያ ተነጋግረዋል።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ፕሬዚደንት ጽህፈት ቤት ኃላፊና የፕሬዚደንቱ ተወካይ አቶ ዋሲሁን ፍቅሬ፣ በኢትዮጵያ የሩሲያ የንግድ ዘርፍ ተወካይ ያሩስላቭ ታራሱክን ጨምሮ የግሉ ዘርፍ ተወካዮች ተገኝተዋል።

ፕሮግራሙን ያዘጋጀው የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከሞስኮ የወጭ ንግድ ማዕከል ጋር በመተባበር ነው።


Biizinas foiramiin Itiyoo Ruusiyaa Finfinnee Hooteela Hiltonitti gaggeeffame.

Fooramicha irratti Dhaabbileewwan Fayyaafi Teekinooloojii Mooskoo gitootasaanii Itoophiyaa waliin haala waliin hojjechuun danda’amurratti bal’inaaan mari’ataniiru.

Itti gaafatamaan Waajjira Pireezidaantiifi Bakka bu’aan Pireezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Obbo Waasihun Fiqiree waltajjicharratti argamuun ergaa dabarsaniin, haala mijataa Itoophiyaan Abbootii Qabeenyaa biyya alaatiif qabduufi qophaa’ummaa gama hundaan jiru ibsaniiru.

Fooramichi walta’insa Mana Maree Daldalaafi Waldaale Sekteraa Itoophiyaafi Giddu Gala Daldala Al-ergii Mooskootin qophaa’e.

——————————————————————-

The Ethio–Russian Business-to-Business (B2B) Forum was held at the Hilton Addis Ababa, bringing together Moscow-based healthcare and technology companies with Ethiopian businesses for productive engagements across various sectors.

Organized by the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA) in collaboration with the Moscow Export Center, the forum created an important platform for strengthening business relations between Ethiopia and Russia.

The forum was attended by Mr. Wasihun Fikre, Head of the President’s Office and representative of the President of ECCSA. During the discussions, Ethiopian and Russian companies explored opportunities for collaboration, with a focus on scaling business development, promoting investment, and enhancing bilateral trade

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia