Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 16, 2026 .

የኢትዮጵያ እና ቤላሩስ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ኢንተርሌግዠሪ ሆቴል ተካሄደ::

የኢትዮጵያ እና ቤላሩስ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ኢንተርሌግዠሪ ሆቴል እየተካሄደ ሲሆን በውይይቱም የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ምክትል ፕሬዚዳንት ዶክተር ዓይናለም አባይነህን ጨምሮ ከቤላሩስ እና ከኢትዮጵያ ከተለያዩ ተቋማት የተውጣጡ አካላት ተገኝተዋል።

በፎረሙም ከቤላሩስ የመጡ የግብርና፣ የቴክኖሎጅ፣ የምርት ገበያ፣ ከአውቶሞቲቭ እና ከሌሌችም ተቋማት የመጡ ተቋማት ተወካዮች ከኢትዮጵያ የተለያዩ ተቋማት አቻዎቻቸው ጋር በጋራ ሊሰሩ በሚችሉባቸው የንግድና እና የኢንቨስትመንት እድሎች ዙሪያ ውይይት አድርገዋል።

ፕሮግራሙ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤትና ኦሮሚያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከቤላሩስ የንግድና ኢንዱስትሪ ምክር ቤት ጋር በመተባበር የተዘጋጀ ነዉ ።

The Ethiopia–Belarus Business Forum is currently underway in Addis Ababa at the Inter Luxury Hotel. The forum has brought together key stakeholders from both countries, including the Vice President of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations, Dr. Ainalem Abayneh, alongside representatives from various institutions and organizations.
During the forum, Belarusian companies engaged in sectors such as agriculture, technology, manufacturing, and automotive are holding discussions with their Ethiopian counterparts, exploring potential areas of cooperation and investment.
The event is organized through the collaboration of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations, the Oromia Chamber of Commerce and Sectoral Associations, and the Belarusian Chamber of Commerce and Industry.
———————————-
Bizinas fooramiin Itiyoo-Beelaruus Magaalaa Finfinnee, Hoteela ‘Inter-Luxury’tti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti pireezidaantii Itti Aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa Dr. Ayinaalem Abbayineh fi keeniyaatti  Ambaasaddara Beelaruus Dizmitry Krasouski, dabalatee bakka buutonni dhaabbilee Itoophiyaafi Beelaaruus argamaniiru.
Dhaabbileen biyya Beelaaruusii dhufan kanneen omisha Teekinooloojiiwwan Qonnaafi Maashinaroota gara garaa irratti kan  bobba’an yoo ta’u, gama Itoophiyaatiinis dhaabbilee omishaalee kanneen biyya alaatii fichisiisuurratti bobba’anitu hirmaate.
Fooramichi Walta’insa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa,  Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Oromiyaa, akkasumas Mana Maree Daldalaafi Industirii Beelaaruusiin kan qophaa’edha.
Waltajjicharrattis dhaabbileen biyyoota lamaanii haala waliin hojjechuu danda’anirratti bal’inaan mari’ataniiru;walitti hidhaminsi gabaas uumameera
❇️❇️❇️❇️

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia