የኢትዮ-ቱርኪዬ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ስካይላይት ሆቴል ተካሄደ ።


የኢትዮ-ቱርኪዬ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ስካይላይት ሆቴል ተካሄደ ።
ኢትዮጵያ በተለይም ካላት ስትራቴጂያዊ አቀማመጥ፣ እየወሰደቻቸው ካሉ የኢኮኖሚ ሪፎርሞች እና ካላት እምቅ የኢንቨስትመንት እድል አንጻር ለቱረኪዬ ባለሀብቶች ምቹ መዳረሻ እንደምትሆንና ኩባንያዎቹን በኢትዮጵያ ኢንቨስት እንዲያደርጉ ጥሪ ቀርቧል፡፡
የሁለቱ ሀገራት የቢዝነስ ተቋማት የቢዝነስ ለቢዝነስ ውይይት ሲካሄድ የቱርኪዬ በተለይም በቡርሳ የንግድና ኢንዱስትሪ ምክር ቤት አስተባባሪነት የኩባንያዎቹ የአልባሳትና ሌሎች ምርቶችን የሚያሣይም ኤግዚቢሽን ተካሂዷል።
ኢትዮጵያ ለቱርኪዬ ኩባንያዎች ምቹ የኢንቨስትመንት መዳረሻ መሆኗን የገለፁት የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ዋና ጸሐፊ ዶክተር ቀነኒሳ ለሚ
ሠፊ የእርሻ መሬት ባለው ግብርናና አግሮ ፕሮሰሲንግና በማምረቻ ዘርፎች ምቹ የ ንግድና ኢንቨሥትመንት ትልቅ እድል ስለመኖሩ አብራርተዋል፡፡
በማዕድን ሀብት፣ በቱሪዝም፣ በኢነርጂ፣ በቴሌኮምና ዲጂታል ቴክኖሎጂ ዘርፍና በሌሎችም መስኮች ሰፊ እድል መኖሩን የጠቀሱት ዶክተር ቀነኒሳ ምክር ቤቱም አስፈላጊውን ድጋፍና ትብብር ለማድረግ በትኩረት እየሰራ መሆኑንም ገልጸዋል፡፡

Biizinas Foormamiin Itiyoo-Turkiyyee Magaalaa Finfinnee Hooteela ‘Skyliht’tti gaggeeffamaa jira
Argamaafi Teessuma tarsimowaa qaabduufii Riifoormiiwwan Diinagdee hojiirra oolchaa jirtuun, akkasumas haala mijataa fi carraawwan invastimaantii qabduun Itoophiyaan abbootii qabeenya Turkiyyeetiif mijattuufi hawwaattuu ta’uu ishee ibsun, Itoophiyaatti akka invast godhan waamichi dhiyaateeraaf.
Fooramii Manii Maree daldalaafi Industirii Bursaa Ministeera Daldaalaafi Industirii Turkiyyee waliin ta’uun qopheesse kanarratti Mariin dhaabbilee Daldala biyyoota lamaanii jidduutti kan gaggeeffame yoo ta’u, agasiisni daldalaa omishaaleen gara garaa Dhaabilee Daldalaa Turkiyyee, Magaalaa Bursaa irraa dhufaniis gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti argamuun hassawaa kan taasisan Barreessaan Ol’aanaa Mana MAree dldalafi Waldaalee Sekteraa Itoophiya DR. Qananiissaa Lammii Haala Mijataa Itoophiyaan Abbootii qabeenyaa Turkiyyeetiif qabduufi Carraawwan invastmantii jiru keessumaayyuu sekteroota akka biyyaatti xiyyeeffannoon addaa kennameef ibsaniiru. Bu’uuruma kanaan Qabeenyaa Albuudaa, Tuurizimii, Anniisaa, Teelekoomiifi Dijiitaala Teekinooloojii fi kanneen biroorratti carraan babal’aan jiraachuu ibsaniiru.
The Ethio–Turkey Business Forum was held at the Skylight Hotel in Addis Ababa. Considering Ethiopia’s strategic location, the ongoing economic reforms it is undertaking, and its vast untapped investment opportunities, it has been stated that Ethiopia is a favorable destination for Turkish investors, and companies have been called upon to invest in Ethiopia.
A B2B discussion was also held between business of the two countries. An exhibition showcasing garments and other products of companies from Turkey, particularly organized by the Bursa Chamber of Commerce and Industry, was also conducted.
Dr. Kenenisa Lemi, Secretary General of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations, stated that Ethiopia is a favorable investment destination for Turkish companies. He explained that there are large opportunities in agriculture and agro-processing, supported by extensive arable land, as well as in manufacturing sectors.
He also noted that there are wide opportunities in mining, tourism, energy, telecommunications, digital technology, and other sectors.

