የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ለጀማሪ ቢዝነሶች ስልጠና እየሠጠ ነው፣

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ለጀማሪ ቢዝነሶች ስልጠና እየሠጠ ነው፣
ምክር ቤቱ P4G ከተሠኘው ተቋም ጋር በመተባበር “Financial Managment for Startups” በሚል ርዕስ ሥልጠና እየሠጠ ነው።
ስልጠናውም በፋይናንስ አስተዳደርና ተያያዥ ጒዳዮች ለሶስት ተከታታይ ቀናት የሚሠጥ ነው።
ሥልጠናው በተለይም ጀማሪ ቢዝነሶች ተወዳዳሪ መሆን እንዲችሉ የሚያግዝ መሆኑን የምክር ቤቱ ቢዝነስ አመራር አካዳሚ ዳይሬክተር አቶ ብሥራት በለጠ ተናግረዋል።
ሥልጠናው አሁን ካለው የኢኮኖሚ ሪፎርም እንዲሁም ከአፍሪካ ነጻ ንግድ ቀጣና ሥምምነት ትግበራ እንዲሁም ከዓለም አቀፍ የቢዝነስ እንቅስቃሴ አንጻር በቂ ግንዛቤ ለመፍጠር ያለመ ነው።
ከፒ ፎር ጅ (P4G) ጋር በመተባበር የሚሠጠው ሥልጠናም በተለያየ ዙር እንዲሁም በተለያዩ የሥልጠና ርዕሶች ለወራት የሚቀጥል ነው።




Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Biizinasoota jalqabbiirra jiraniif Leenjii Kennaa jira.
Manni Marichaa Dhaabbata P4G jedhamu waliin ta’uudhaan Mata duree ‘Financial Managment for Startup’ jedhurratti leenjii kennaa kan jiru yoo ta’u, bulchiinsa faayinaansiifi dhiimmota isa waliin wal-qabatanirratti xiyyeeffachuun guyyoota sadiif kan itti fufudha.
Leenjiin kennamu kun Biizinasootni jalqabdoota ta’an dorgomtoota akka ta’an kan gargaaru ta’uu kan eeran Daayirektarri Akkaadaamii Hoggansa Biizinasii Mana Maree Daldalaafi Wldaalee Sektera Itoophiyaa Obbo Bisiraat Ballaxaa, riiifoormii Diinagdee yeroo ammaa hojiirra oolaa jiruufi Waalii galtee Gabaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf, akkasumas Sochii biizinasii idil-addunyaa yeroo ammaa jiru irratti hubannoo gahaa akka argatan kan taasisudhaa jedhaniiru.
Leenjiin P4G waliin ta’uun kennamu kunis mata dureewwn gara garaa irratti marssaalee hedduun kan itti fufu ta’uun ibsameera.

