የቢዝነስ እቅድ እና ስትራቴጂ ለቢዝነስ ትርፋማነትና ስኬት መሠረታዊ ጉዳይ ነው:- ሰብስብ አባፊራ

የቢዝነስ እቅድ እና ስትራቴጂ ለቢዝነስ ትርፋማነትና ስኬት መሠረታዊ ጉዳይ ነው።
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ለስታርት አፕ ቢዝነስ ባለቤቶችና ሰራተኞች በ2018 የበጀት ዓመት በተለያዩ ዙሮች ሲሰጥ የቆየውን ሥልጠና አጠናቋል።
ስልጠናዎቹ ሲሰጡ የቆዩት በቢዝነስ እቅድ እና ስትራቴጂ ልማት (Business Plan and Business Strategy Development) ላይ ሲሆን፤ በስልጠናው የተለመደውን የቢዝነስ አሠራር በተሻለ እቅድ እና ስትራቴጂ ለመምራት የሚያስችልም ነው ::
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከሚሠራቸው ዋና ዋና ተግባራት አንዱ ለግሉ ዘርፍ የአቅም ግንባታ ሥልጠናዎችን መስጠት መሆኑ ይታወቃል::
ሰብስብ አባፊራ አባጆቢር
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ፕሬዚደንት




Karoorri fi tarsiimoon daldalaa bu’aa fi milkaa’ina daldalaaf bu’uuraa dha.
Manni Maree Daldalaa fi woldaan daldaltoota Itiyoophiyaa bara baajataa 2018tti marsaa adda addaatiin abbootii qabeenyaa fi hojjettoota hojii eegalaniif leenjii kennaa ture xumureera.
Leenjiwwan kunneenis Karoora Bizinesii fi Misooma Tarsiimoo Bizinesii irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, leenjichi hojii daldalaa idilee karooraa fi tarsiimoo fooyya’aa ta’een qajeelchuuf kan kaayyeffate ta’uu ibsameera.
Hojiiwwan ijoo Mana Maree Daldalaa fi woldaa sektera Itiyoophiyaa keessaa tokko leenjii ijaarsa dandeettii damee dhuunfaaf kennuu akka ta’e ni beekama.

