የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት በስልጠና ማስተባበር ( Training Facilitation) ዙሪያ የአሰልጣኞች ስልጠና እየሠጠ ነው።


የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት በስልጠና ማስተባበር ( Training Facilitation) ዙሪያ የአሰልጣኞች ስልጠና እየሠጠ ነው።
በሥልጠናውም በተለያዩ ዘርፎች ሥልጠናዎችን ለመሥጠት ሊሠሩ በሚገባቸው ቅድመ ሁኔታዎችና ውጤታማ ሥልጠና መሥጠት በሚያሥችሉ ጉዳዮች ላይ ትኩረቱን ያደረገ ነው።
በምክር ቤቱ የቢዝነስ አመራር አካዳሚ በኩል የሚሠጠው ይህ ሥልጠና የስራና ክህሎት ሚኒስቴርን ጨምሮ ከተለያዩ ተቋማት፣ ከንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤቶች እንዲሁም ከሌሎች ድርጅቶች ለተውጣጡ አሰልጣኞች ነው የሚሠጠው።
ስልጠናው ለሶስት ተከታታይ ቀናት የሚሰጥ ሲሆን ሠልጣኞቹ በቀጣይ ለሚሠጡት ሥልጠና ብቃት እንዲኖራቸው እንደሚያድርጋቸውም የምክር ቤቱ ምክትል ዋና ጸሐፊ ወይዘሮ ሔለን ረታ ገልጸዋል።


Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Qindeessummaa Leenjii(Training facilitation) irratti leenjii leenjistoitaa kennaa jira.
Leenjichi mata dureewwan gara garaa irratti leenjii bu’aqabeessa kennuuf teekiniikota barbaachisan gonfachiisuurratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, leenjistoota Ministeera Hojiifi Ogummaa dabalatee, Manneen Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraafi dhaabbilee gara garaarraa walitti baba’aniif kennamaa jira.
Leenjiin guyyoota sadan itti aananiif kennamu kun leenjistoonni teekinika keenjii wayitawaafi leenjii bu’a qabeessa kennuuf isaan dandeessisu kan ginfachiisu ta’uu Barreessituu itti Aantuun Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Aadde Helen Rattaa ibsaniiru.

