Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Jul 23, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት የስራ አመራር አባላት በ2018 ዓ.ም የስራ አፈፃፀምና በ2019 በጀት ዓመት የትኩረት አቅጣጫዎች ላይ እየተወያየ ነዉ።

 

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት የስራ አመራር አባላት በ2018 ዓ.ም የስራ አፈፃፀምና በ2019 በጀት ዓመት የትኩረት አቅጣጫዎች ላይ እየተወያየ ነዉ።
የዉይይት መድረኩን የመሩት የም/ቤቱ ፕሬዚዳንት አቶ ሰብስብ አባፊራ የመድረኩ ዋና አላማ  ያለፈዉን በጀት ዓመት  አፈፃፀማችንን በሚገባ በመገምገም  ክፍተቶቻችንን በትክክል ለይተን መልካም ተሞክሮዎቻችን አጠናክረን ለጀመርነዉ አዲሱ በጀት የትኩረት አቅጣጫዎች ማሳኪያነት ለመጠቀም ነዉ ብለዋል።
❇️❇️❇️❇️
Koreen Maanajimantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa raawwii hojii bara bajataa 2018 fi toora xiyyeeffannoo bara bajataa 2019 irratti mari’achaa jira.
Waltajjii marichaa kan gaggeessan Pireezidaantiin Mana Marichaa Obbo Sabsib Abbaafiraa kaayyoon waltajjichaa raawwii keenya bara darbee sirriitti qorachuun hanqinoota raawwii keessatti muudatan adda baasuun irratti hojjechuuf, akkasumas muuxannoowwan gaarii argamanimmoo torota xiyyeeffannoo bara bajataa jalqabne kanaa ittiin milkeessuuf akka ta’e ibsaniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia