የጽናት ቀን

የጽናት ቀን
ኢትዮጵያን ስናስብ፣ ሌት ተቀን በጽናት በመቆም ሀገርን ከጠላት ለመጠበቅ ወጥተው ለሚያድሩት ብርቱ የፀጥታ ኃይሎቻችን ቅድሚያ ሳንሰጥ ስለ ሁለንተናዊ ከፍታ ማሰብ ፈጽሞ አይቻልም፡፡ ለዚህም ነው በዚህ የጽናት ቀን፣ ለሀገረ-መንግሥታችን ዘላቂነትና ሉዓላዊነት ሲሉ ውድ ሕይወታቸውን የከፈሉትን የጀግኖቻችንን ታሪካዊ መስዋዕትነት በከፍተኛ ሀገራዊ ክብር የምንዘክረው፡
ዛሬ ላይ ሀገራችን በራሷ ዕውቀትና በልጆቿ አቅም የላቀ የቴክኖሎጂ ብቃት ያላቸውን ሰው አልባ አውሮፕላኖችን፣ ዘመናዊ የታጠቁ ወታደራዊ ተሽከርካሪዎችን፣ ከባድ መሣሪያዎችንና መድፎችን፣ እንዲሁም ተተኳሽ ጥይቶችን በራሷ ወታደራዊ ኢንዱስትሪዎች ማምረት ችላለች፡፡
ይህ በራስ የመቆም አቅም፣ የሕዝባችን ሰላምና የሁለንተናዊ ኢኮኖሚ እድገታችን ጽኑ መሠረት በመሆኑ፣ ሀገራዊ ጽናታችንን በተጨባጭ ልማትና በጠንካራ የመጠበቅና የመከላከል አቅም እያረጋገጥን የኢትዮጵያን ዘላቂ ብልጽግና እናጸናለን!
#EthiopiaPrevails
❇️❇️❇️❇️❇️❇️
Guyyaa Ciminaa
Itoophiyaa wayita yaaadnu, humnootii nageenyaa keenya jaboo biyya diinarraa eeguudhaaf halkaniifi guyyaa cimanì dhaabachuudhaan bakkee bulaniif dursa utuu hin kenniin waa’ee olka’insa gama hundaa yaaduun gonkumaa hin danda’amu. Guyyaa ciminaa kanatti waaromuufi birmadummaa biyya keenyaaf jecha gootota keenya aarsaa seena-qabeessa lubbuusaanii qaalii kanfalan kabaja biyyummaa olaanaadhaa kan yaadannu kanaafi.
Har’a biyyi keenya beekumsa mataasheefi humna ijoolleesheetiin xiyyaarota mama maleessa ta’aniifi gahumsa teknooloojii olaanaa qaban, konkolaattota loltummaa ammayyaa hidhatan, meshaalee gurguddoofi madfiiwwan akkasumas rasaasota dhuka’an indaastirii loltummaa mataasheetiin homishuu dandeesseetti. Humni ofiin dhaabbachuu kun nageenyaafi guddina dinagdee gama hundaa uummata keenyaaf bu’ura cimaa waan ta’eef, cimina biyya keenyaa misooma qabatamaafi humna cimaa eeguufi ittisuutiin mirkaneessaa badhaadhina waaraa Itoophiyaa ni itichina!
ጠቅላይ ሚኒስትር ዐብይ አህመድ(ዶ/ር)

