Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

May 08, 2026 .

ECCSA and Forum of Federations Discuss Strengthening Institutional Governance

ECCSA and Forum of Federations Discuss Strengthening Institutional Governance
The Secretary General of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA), Dr. Kenenisa Lemie, recently held a productive discussion with Senior Directors from the Forum of Federations Ethiopia office.The discussion focused on enhancing collaboration regarding capacity building, institutional strengthening, and promoting a conducive environment for the private sector in Ethiopia. Both parties emphasized the importance of fostering good governance practices to support business advocacy and sustainable economic development.The meeting highlighted the need for closer ties to empower businesses and align economic policies with Ethiopia’s development priorities.
   
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት  እና ፎረም ፎር ፌዴሬሽን ተቋማዊ  አስተዳደርን ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ  ተወያዩ።
የኢትዮጵያ ንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ዋና ጸሃፊ ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ ከፎረም ፎር ፌዴሬሽን የአፍሪካ ከፍተኛ ዳይሬክተር  ሻዋን ሆሊሃም ጋር ተቋማዊ  አስተዳደርን ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ  ውጤታማ ውይይት አድርገዋል፡፡ ውይይቱ በኢትዮጵያ ተቋማዊ አቅም ግንባታ እና ለግሉ ዘርፍ ምቹ ሁኔታ መፍጠር ላይ ያተኮረ ነው። ሁለቱም ወገኖች ንግድና ኢንቨስትመንትን በማሳለጥ ቀጣይነት ያለው የኢኮኖሚ ልማትን ለመደገፍ የመልካም አስተዳደር አሰራሮችን ማጎልበት አስፈላጊ መሆኑን አጽንኦት ሰጥተዋል።
===================
Mnni MAree Dldalaafi Waldale Sektera Itoophiyaa  dhaabbata ‘Forum for Federation’ jedhamu waliin haala Bulchiina dhaabbilee cimsuun danda’amurratti mari’ate.
Barreessaan ol’aanaa MMAna Maree DAldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr. Qananiisaa Lammii Daayirektara Ol’aanaa  Afriikaa ‘ Forum for Federation’ Shawn Houlihan waliin haala Bulchiinsa Dhaabbilee cimuun danda’amurratti marii bu’a qabeesa taasisaniiru.  Marii isaanii keessattis dandeettii dhaabbilee dhuunfa cimsuu fi haala mijataa uumufiin misooma diinagdee biyyaatiif akka tumsan taasisuun barbaachisaa ta’uusaarratti xiyyeeffataniiru. Daldalaafi Invastimantiidhaf haala mijataa uumuun guddiina diinagdee itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf bulchhiini gaariin barbaachisaa ta’uus ibsaniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia