Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Aug 29, 2025 .

በኢፌዴሪ ንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር “የኢትዮጵያን ይግዙ” በሚል መሪ ቃል የተዘጋጀው 2ኛው ዓመታዊ የንግድ ሳምንት የመክፈቻ ዋዜማ የዶክተር ካሳሁን ጎፌ መልዕክት

   
በኢፌድሪ ንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር “የኢትዮጵያን ይግዙ” በሚል መሪ ቃል የተዘጋጀው 2ኛው ዓመታዊ የንግድ ሳምንት የመክፈቻ ዋዜማ ላይ እንገኛለን፡፡ በነጌው ዕለት በደማቅ መረሃ ግብር የምናስጀምረውና እስከ ነሐሴ 29 ቀን 2017 ዓ.ም. የሚቆየው የንግድ ሳምንታቸን አምራቹንና ሸማቹን በቀጥታ የሚያገናኝ ኤግዚቢሽንና ባዛር በተጨማሪ በንግድ ዘርፍ ላይ ያተኮሩ የተለያዩ የፓናል ውይይቶች ይካሄዱበታል። የአዲስ አበባና አካባቢዋ ነዋሪዎች በማራኪው የጥራት መንደር ተገኝታችሁ እንድትገበያዩ ከወዲሁ ጥሪዬን አስተላልፋለሁ፡፡
 
Jala bultii Torbee Daldalaa mata duree “Kan Itoophiyaa Bitadhaa” jedhuun Ministeera Daldalaafi Walitti hidhaniinsa Naannawaatiin qophaa’erratti argamna. Torban daldalaa kun boru sagantaa hawwataadhaan kan aeegalu yoo ta’u, hanga Hagayya 29, 2017tti kan turu ta’a. Agarsiisaa fi baazaariin oomishtootaa fi fayyadamtoota kallattiin walqunnamsiisu, akkasumas marii paanaalii adda addaa damee daldalaa irratti xiyyeeffatu of keessatti qabateera. Jiraattonni magaalaa Finfinneefi naannawaashee ‘Mandara Qulqullinaa’tti argamtanii akka qooda irraa fudhattanin gamanumaa isin affeera.
We are on the eve of the opening of the 2nd Annual Trade Week, organized by the Ministry of Trade and Regional Integration under the theme “Buy Ethiopian.” The event will kick off tomorrow with a vibrant ceremony and will last until September 4, 2025. This year’s Trade Week features an exhibition and bazaar that directly connect producers and consumers, along with various panel discussions focused on trade sector agendas. I cordially invite the residents of Addis Ababa and its surrounding to come and take part at the ‘Quality Village’.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia