ነሃሴ 22 /2017 የትግራይ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት የመንግስትና የግል ሴክተር ምክክር መድረክ PPD በመቐለ ከተማ አካሄደዋል ።

ነሃሴ 22 /2017 የትግራይ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት የመንግስትና የግል ሴክተር ምክክር መድረክ PPD በመቐለ ከተማ አካሄደዋል ።
የምክክር መድረኩን የክልሉ ጊዝያዊ መስተዳደር ፕረዚደንት፣ የክልሉ የኢንቨስትመንት ኮምሽን ኮሚሽነር እና የክልሉ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ፕረዚደንት በጋራ የመሩት ሲሆን በምክክር መድረኩ የክልሉ የካቢኔ አባላት ፣ የመሰረተ ልማት አቅራቢ ተቋማት፣ ባንኮችና የፋይናንስ ድርጅቶች እንዲሁም ከክልሉ የተውጣጡ ባለሃብቶች እና ባለ ድርሻ አካላት ተገኝተዋል።
በምክክር መድረኩ ለንግድና ኢንቨስትመንት መስፋፋት ማነቆ የሆኑ ችግሮች የተነሱ ሲሆን ምክክር ተደርጎባቸው፣ የመፍትሄ ኣቅጣጫ በማስቀመጥና የትግበራ መርሃ ግብር ተዘጋጅቶ ወደ ተግባር እንዲገባ በክልሉ ግዜያዊ አስተዳደር ፕረዝደንት አቅጣጫ ተሰቶበታል::

Har’a Hagayya 22 /2017 Manni Maree Daldalaa fi Industirii Tigraay Waltajjii Marii Damee Mootummaa fi Dhuunfaa (PPD) magaalaa Mekelleetti gaggeessee jira.
Waltajjii marii kana Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannichaa, Komishinara Komishinii Invastimantii Naannichaa, Pireezidaantiin Mana Maree Daldalaa fi Industirii Naannichaa waliin dursaa turan. Waltajjii marii kana irratti miseensonni kaabinee naannichaa, dhiyeessitoonni bu’uuraalee misoomaa, baankotaa fi dhaabbileen faayinaansii, akkasumas invastarootaa fi qooda fudhattoonni naannichaa hirmaataniiru.
Waltajjii marii kana irratti dhimmoota babal’ina daldalaa fi invastimantii gufachiisaa jiran kaasuun, irratti mari’achuun, karoorri furmaataa qophaa’ee hojiirra ooleera. Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannichaa karoorri raawwiisaa qophaa’ee hojiirra akka oolu qajeelfama kennaniiru.

