Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Aug 06, 2025 .

በዋና ፀሐፊው ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ (ተባባሪ ፕሮፌሰር) የተመራው የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ልዑክ በኢትዮጵያ የደበብ አፍሪካ ሪፐብሊክ አምባሳደር ኖንሴባ  ናንሲ ሎሲ ጋር ውይይት አድርጓል፡፡

   

በዋና ፀሐፊው ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ (ተባባሪ ፕሮፌሰር) የተመራው የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ልዑክ በኢትዮጵያ የደበብ አፍሪካ ሪፐብሊክ አምባሳደር ኖንሴባ  ናንሲ ሎሲ  ጋር የሁለቱን አገሮች የንግድና ኢንቨስትመንት ትስስርን ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ውጤታማ  ውይይት አድርጓል፡፡

በውይይቱም በደቡብ አፍሪካ ሪፐብሊክ የሚገኙ ኢትዮጵያውያን በህጋዊ የቢዝነስ ስራዎች ላይ በመሰማራት ለሁለቱም አገሮች ዕድገት አስተዋፅኦ እንዲያበረክቱ የኢኮኖሚ ዲፕሎማሲው መጠናከር እንዳለበት  አፅንኦት ተሰጥቶታል፡:
*********
Jii
lli Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Seekteraa Itoophiyaa Barreessaa Ol’aanaa Mana MArichaa Dr. Qananiisaa Lammitiin durfamu, Ambaasaaddara Rippabiliika Afrikaa Kibbaa Ms Noonseebaa Naansii Loosii waliin dhimma walitti hidhamiinsa Gabaafi Invastimantii Biyyoota lamaanii irratti marii bu’a qabeessa taasiseera.

Marii tasifameenis haala ittii lammiileen Itoophiyaa Rippabiliika Afrikaa Kibbaa keessa jiraatanii hojjiiwwan seera qabeessa ta’an hojjechuun guddiina biyyoota lamaaniitiif tumsuun danda’an uumuufi Hariiroo Dippiloomaasii Dinagdeerratti ciminaan hojjetamuu akka qabu xiyyeeffannoon itti kennameera.
********
Del
egates from the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA) led by Dr Kenenissa Lemie (Associate Professor), Secretary General, held productive discussion with Honorable Nonceba Nancy Losi, Ambassador and Permanent Representative of the Republic of South Africa to  Ethiopia.

The discussion focused on ways to strengthen trade and investment relationship & enhancing bilateral relations between Ethiopia and the Republic of South Africa.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia