የበሻሻ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት በአካባቢዉ የሚገኙ የወረዳ የንግድ ም/ቤቶችን በማስተባበር አቅመ ደካሞች የመኖርያ ቤት በመስራት ማህበራዊ ኃላፊነቱንም ተወጥቷል።

በጅማ ዞን የበሻሻ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት በአካባቢዉ የሚገኙ የወረዳ የንግድ ም/ቤቶችን በማስተባበር ሐምሌ 12 ቀን 2018 ከ1600 በላይ ችግኞችን በመትከል በጠቅላይ ሚኒስትሩ ለተጀመረዉ የአረንጓዴ አሻራ ኢኒሺየቲቭ እንደ ግል ዘርፍ የሚጠበቅባቸዉን አስተዋፅኦ አበርክተዋል።
የአረንጓዴ አሻራ ኢኒሺየቲቭ እንደ አገር ለተጀመረዉ የአረንጓዴ ኢኮኖሚ ስትራቴጂ ያለዉን ጉልህ ፋይዳ በመረዳት የግሉ ዘርፍ በንቅናቄ ተሳትፎ እንዲያደርግ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ሐምሌ 11 ቀን 2018 የግሉ ዘርፍ የአረንጓዴ አሻራ ቀን ብሎ በመሰየም ሁሉም የም/ቤቱ አባላት በየአካባቢያቸዉ የችግኝ ተከላ እንዲያካሂዱ ያስተላለፈዉን መልዕክት መሰረት በማድረግ ነዉ የክልል ንግድ ም/ቤቶች ተሳትፎ እያደረጉ ያሉት።
ከችግኝ ተከላዉ ባሻገር ሰዉን ለመርዳት ሰዉ መሆን ብቻዉን በቂ ነዉ በሚል መሪ ቃል የበሻሻ ንግድ ም/ቤት በጌራ ወረዳ ጪራ ከተማ ለአቅመ ደካሞች የመኖርያ ቤት በመስራት ማህበራዊ ኃላፊነቱንም ተወጥቷል።

Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Bashaasha Biqiltuu dhaabuun guyyaa Ashaaraa Magariisaa dhaabbilee dhuunfaatiif qooda isaa bahee jira.
Dhaabbileen dhuunfaa Guddina Misooma Diinagdee biyyaa keessatti shoora ol’aanaa taphachuun cinaatti itti gaafatamummaa hawaasummaa qabanis kara adda addaatiin bahachuun gumaacha isaanirraa eegamu taasisaa jiru.
Haaluma kanaan duula ashaaraa magariisaa misooma diinagdee magariisaa akka biyyaatti qabatame dhugoomsuuf Muummicha Ministiraa Kabajamoo Dr Abiyyi Ahimadiin jalqabamee waggoota saddeettan darbaniif waliitti fufiinsaan hojjetamaa jiranirratti hirmaachuun bara baraan gumaacha ol’aanaa taasisaa jira.
Manni Maree Daldalaa Biyyoolessaa fi Oromiyaas Kallattii kana hordofuun dura bu’ummaa Minsteera Daldalaatiin Adoolessa 11,2018 Magaalaa Finfinneeti saganticha kan jalqabsiisan yeroo ta’u, Godina Jimmaatti MMDWS Bashasha bakka hoggantootni Magaala hunda fi Daldaltootni Magaala argamanitti Biqiltuu 1600 hirmaatotni 450 bakka argamanitti raawatanii jiru.
Dhaabbii biqiltuu gaggeessuun cinaatti Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektaraa Magaalaa Bashaashaa fi Aanolee Naannawaa ishee Aanaa Geeraa Magaalaa Ciiraatti argamuun Dhaadhannoo “Nama gargaaruuf Nama ta’uun qofti gahaadha” jedhuun Harka Qalleeyyiif mana ijaaranii jiru.


