Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Aug 05, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ከነቀምቴ ከተማ ለተዉጣጡ  ነጋዴዎች በዲጃታል ማርኬቲንግ እና ኢ-ኮሜርስ ላይ ስልጠና እየሰጠ ነዉ።

  

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ከነቀምቴ ከተማ ለተዉጣጡ  ነጋዴዎች በዲጃታል ማርኬቲንግ እና ኢ-ኮሜርስ ላይ ስልጠና እየሰጠ ነዉ።
ስልጠናዉን በንግግር የከፈቱት የም/ቤቱ ዋና ፀሐፊ ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ አሁን ባለንበት ክ/ዘመን የንግድ ስራን በዘልማድ መስራት እንደማይቻልና  አሁናዊ  የአለም የንግድ ስርዐት የሚጠይቀዉን ወቅቱን የዋጀ ግንዛቤ ማግኘት ተገቢ መሆኑን ገልፀዋል።
የግሉ ዘርፍ ድምፅ የሆነዉ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት የንግዱ ማህበረሰብ አንድ መንደር እየሆነች ባለችዉ አለም ዉስጥ ተወዳዳሪ እንዲሆን የተለያዩ የግንዛቤ መፍጠርያና የአቅም ግንባታ  ስልጠናዎችን እየሰጠ መሆኑንም አስረድተዋል።
የ21ኛዉ ክ/ዘመን የንግድ ባህሪያትና ከንግዱ ማህበረሰብ የሚጠበቀዉንም ለሰልጣኞቹ አስረድተዋል።

Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa daldaltoota Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee irraa walitti babahaniif sirna bittaafi gurgurtaa dijiitaalawaa fi  gurgurtaa karaa toira Intarneetiitiin raawwatamurratti lenjii hubannoo uumuu kennaa jira.
Leenjicha haasawaan kan banan barreessaan ol’aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr Qananiisaa Lammii, addunyaa har’a keessa jirru kana keessatti hojii daldalaa haala baratameen hojjechuun akka hin danda’amne ibsanii dorgamaa cimaa ta’uuf ogummaa dijiitaalawaa gonfachuun dirqama ta’uu hubachiisaniiru.
Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa hawaasni daldalaa addunyaa mandara tokko ta’aa jirtu kana keessatti dorgomaa akka ta’uuf hojmaatota haarawoo sirna daldala addunyaa keessatti yeroo yeroon bahanirratti hojii hubannoo ummuufi leenjii ijaarsa dandeetti kennuudhaan itti gaafatamummaasaa bahaa jiraachuus ibsaniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia