የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ያዘጋጀው 3 ኛው ብሔራዊ የቢዝነስ አጀንዳ አውደ ጥናት በአዲስ አበባ እየተካሄደ ነው ።


የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ያዘጋጀው 3 ኛው ብሔራዊ የቢዝነስ አጀንዳ አውደ ጥናት በአዲስ አበባ እየተካሄደ ነው ።
መድረኩ የግሉ ዘርፍ በኢኮኖሚው ውስጥ የመሪነት ሚና እንዲጫዎት፣ ሀገራዊ እድገት እንዲመጣ፣ ምርትና ምርታማነት እንዲጨምርና የዜጎችን ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ ችግሮችን በመለየት መፍትሄ ለማሥቀመጥ ያለመ ነው።
በዚህ አውደ ጥናት የክልልና የከተማ አስተዳደሮች የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤቶች አመራሮች፣ የንግዱ ማኀበረሠብ ተወካዮችና የልማት አጋሮች ተገኝተዋል።
ምክር ቤቱ በተለያዩ ክልሎች ለቢዝነስ ማነቆ የሆኑ ችግሮችን መረጃዎች የማሠባሠብ ስራ ሲሰራ መቆየቱ ይታወቃል።

Hudhaalee Biizinasii Manni maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Qorannoodhaan Adda baaserratti magaalaa Finfinnee, Hoteela Kaappitaalitti mareen gaggeeffamaa jira.
Qorannoo kun kan gaggeeffame wayita sekterri dhuunfaa misooma Diinagdee biyyaa keessatti shoora olaanaa taphachuu qabanitti dhimmoota danqoo ta’an adda baasuurratti xiyyeefate kan hojjetamedha.
Kaayyoon waltajjii maree kunis dhimmoonni dhaabbileen dhuunfaa akka rakkootti kaasan haala ka’uu qabaniin qorannicha keessatti ka’uusaanii qooda fudhattoota dhimmichi kallattiin ilaallatu hirmaachisuun mirkaneessuu, rakkoolee akka dabalataatti ka’uu qabanis qorannicha keessatti akka dabalamu taasisuudha.


The Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA) is holding the 3rd National Business Agenda Validation Workshop in Addis Ababa. The event brings together chamber leaders, business representatives, and development partners to discuss challenges facing the private sector and identify possible solutions.
The workshop aims to promote a conducive business environment, strengthen the private sector’s role in economic growth, and enhance productivity. ECCSA says the discussions are based on business challenges and bottlenecks identified through consultations conducted across different regions of the country.

