Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 24, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት  ከአውሮፓ  ህብረት ሴቶች የስራ እድል ፈጠራ ድጋፍ ተወካዮች ጋር ውይይት አካሄደ።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት  በአውሮፓ  ህብረት በሚደገፈውና በሴቶች የስራ እድል ፈጠራ ድጋፍ ዙሪያ ከሚሰራው ህብረት ተወካዮች ጋር ውይይት አካሄደ።

ህብረቱ( the consortium) በአውሮፓ ህብረት የሚደግፍና በአሁኑ ወቅትም  በኢትዮጵያ የሴቶች ሁሉ አቀፍ የኢኮኖሚ ተሳትፎ ዙሪያ የሚሰራ ነው።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ምክትል ዋና ጸሐፊ ወ/ሮ ሔለን ረታ እንዲሁም ሌሎች የምክር ቤቱ የስራ ኃላፊዎች  በምክር ቤቱ በኩል በተለይም በሴቶች አቅም ግንባታ ዙሪያ እየተከናወኑ ባሉ ስራዎች እና ሌሎች ጉዳዮች ላይ ገለፃ አድርገዋል።
❇️❇️❇️❇️❇️
Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dhaabbata Ekspartaayiz Firaans jedhamu waliin haala dubartootaaf  carraa hojii uumuun danda’amurratti mari’ate.
Dhaabbanni Ekspartaayiz Firaans qaama Ejensii Misooma Faransaay yoo ta’u, yeroo ammaa kanaatti Gamtaa Awurooppaatiin kan deeggaramuufi Itoophiyaatti hirmaannaa diinagdee hunda galeessaa dubartootaarratti hojjechaa kan jirudha.
Barreessituu itti aantuun Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Aadde Helen Rattaa fi hoggantoonni Mana marichaa biroon hojiiwwan ijaarsa dandeetti hirmaanna dubartoonni diinagdee keessatti qaban cimsuurratti Manni Maree Daldalaafi Waldaalee sektera Itoophiyaa hojjechaa jirurratti ibsa kennaniiru.
❇️❇️❇️❇️❇️❇️

The Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations held a discussion with representatives of a consortium working on women’s economic empowerment with support from the European Union.
The consortium is implementing a programme supported by the European Union that focuses on promoting the overall economic participation of women in Ethiopia.
During the discussion, ECCSA Deputy Secretary General Helen Reta, along with other officials of the Chamber, presented on the institution’s ongoing activities, particularly those related to women’s capacity building, as well as other relevant initiatives.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia