የእመርታ ቀን

የእመርታ ቀን
አባቶቻችን የኢትዮጵያን ዳር ድንበር በደምና በአጥንታቸው አስከብረው ታላቅ ሀገር አውርሰውናል፤ ዛሬ ደግሞ እውነተኛ ሉዓላዊነትን እያረጋገጥን ያለነው ከልመናና ከጥገኝነት በተላቀቀው አዲሱና ታሪካዊው መንገዳችን ነው! በሚሊዮን በሚቆጠር ዶላር ስንዴ ከማስገባት ተነስተን ዛሬ የአፍሪካ ቀዳሚ ስንዴ አምራች በመሆን የሚሊዮን ዶላሮችን ወጪ ማስቀረት ችለናል። በ«ሌማት ትሩፋት» የምግብ ዋስትናን በተግባር እያረጋገጥን፣ በ«ኢትዮጵያ ታምርት» ንቅናቄም አዳዲስ ኢንዱስትሪዎችን በማስፋፋትና የሥራ ዕድል በመፍጠር ሉዓላዊነታችንን እያረጋገጥን እንገኛለን። ከዚህ ቀደም የማይደፈሩና አይነኬ ይባልላቸው የነበሩ ከባድ የማክሮ-ኢኮኖሚ ሪፎርም ውሳኔዎችን በቁርጠኝነት በመተግበር፤ የሀገራችንን ኢኮኖሚ በፅኑ መሠረት ላይ እየገነባን እንገኛለን። እነዚህ ሁሉ ታላላቅ ድሎች ኢትዮጵያ በሚያጋጥሟት ውስጣዊና ውጫዊ ፈተናዎች ሸብረክ ሳትል በፅናት መጓዝ መቻሏን የሚያረጋግጡ ህያው ምስክሮች ናቸው፤ ይህ የእመርታ ጉዟችን ለመጪው ዓመት የሰነቀው ተስፋ እጅግ ግዙፍ ነው! #EthiopiaDelivers 




Guyyaa Tarkaanfannaa Abbootiin keenya daangaa Itoophiyaa dhiigaafi lafeesaaniitiin kabachiisanii biyya guddoo nudhaalchisaniiru. Har’a immoo birmadummaa dhigaa kan mirkaneessaa jirru daandii keenya haaraafi seena-qabeessa kadhaafi hirkatummaarraa gargar baheenidha! Doolaara miliyoonaan lakka’amuun qamadii galchuu bira darbinee har’a Afrikaatti homishaa qamadii dursaa t’uudhaan baasii Doolaara miliyoonotaa hambisuu dandeenyeerra. Sagantaa Maaddii Irraa hafaatiin wabii nyaataa qabatamaadhaan mirkaneessaa, sochii Itophiyaan Haa Homistutiin indaastiriiwwan haaraa babal’isuudhaan carra hojii uumnee birmadummaa keenya mirkaneessuu irratti argamna. Murtiiwwan ciccimoo riifoormii dinagdee maakroo kanaan dura kan hin yaadamneefi kan hin tuqamne jedhamaa turan kutannoodhaan hojiirra oolchuudhaan dinagdee biyya keenyaa bu’ura cimaa irratti ijaaraa jirra. Injifannoowwan gurguddaan kunneen kan argisiisan Itoopgiyaan qormaatilee keessoofi alaa ishee muudataniin utuu gadi hin jedhiin ciminaan ademuu danda’uu ishee kan mirkaaneessan ragaa jiraataadha. Abdiin imalli keenya tarkaannaa kun bara dhufuuf qabate baay’ee guddaadha! ጠቅላይ ሚኒስትር ዐብይ አህመድ(ዶ/ር)

