Feb 26, 2025 .
የኦሮሚያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክርቤት ከGoing Global Live ኤግዚቢሽን 2024
Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektara Oromiyaa Sagantaa Going Global Live 2024 irratti akka Itoophiyaatti uu tokkicha ta’uun kabajameera.
Jila daldaltoota Itoophiyaa qopheessuun sagantaa ajaa’ibaa kana irratti hirmaachuuf Adoolessa 13ffaa fi 14ffaa London keessatti hirmaachuu keenyatti ni boonna. Guddina idil-addunyaa fi tumsa idil-addunyaatiif.
የኦሮሚያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክርቤት የኢትዮጵያ ይፋዊ ብቸኛ አጋር በመሆን ከ Going Global Live ኤግዚቢሽን 2024 ክብር አግኝቷል::
ቤታችን ፤ የኢትዮጵያ የንግድ ድርጅቶች የልዑካን ቡድንን በማዘጋጀት በለንደን ህዳር 13 እና 14 በሚካሄደው በዚህ አስደናቂ ዝግጅት ላይ ለመሳተፍ እየተዘጋጀን ነው ።
Mana Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa Oromiyaa(OCCSA)

