የኢትዮጵያ የንግድና ኢንቨሥትመንት ፎረም በሥካይላይት ሆቴል ተካሄደ::




የኢትዮጵያ የንግድና ኢንቨሥትመንት ፎረም በሥካይላይት ሆቴል ተካሄደ።
በፎረሙም በውጭ ጉዳይ ሚኒሥቴር የመካከለኛው ምሥራቅ፣ የእስያ እና የፓሥፊክ ሀገራት ጉዳዮች ዳይሬክተር ጀነራል አምባሣደር ንጉስ ከበደ፣ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት የቦርድ አባላት፣ ከኢትዮጵያ ኢንቨሥትመንት ኮሚሽን እንዲሁም ከቻይና እና ከኢትዮጵያ የተውጣጡ የቢዝነስ ተቋማት ተወካዮች ተገኝተዋል።
በፎረሙም ኢትዮጵያ በተለይም ከምታካሂደው የኢኮኖሚ ሪፎርም አንጻር ለንግድና ኢንቨሥትመንት ምቹ መሆኗን ያነሱት አምባሣደር ንጉስ መንግስትም በግሉ ዘርፍ ያለው ኢኮኖሚያዊ እንቅስቃሴ የላቀ ውጤት እንዲያሥመዘግብ የተለያዩ ሥራዎችን እየሠራ መሆኑን ገልጸዋል።
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤትም የግሉን ዘርፍ ለማንቀሣቀሥ የሚያደርገው ጥረትም የሚበረታታ መሆኑን ጠቅሠዋል።
የሻንግሀይ ሁጂኣን የባህልና ሚዲያ ኩባንያ ተወካይ ዝሀዎ ዚጂያንግ በበኩላቸው በሁለቱ ሀገራት መካከል ባለው የንግድና ኢንቨስትመንት ዙሪያ አብራርተዋል።
በኢትዮጵያ ኢንቨሥትመንት ኮሚሽን በኩል በኢትዮጵያ ባሉ ምቹ የኢንቨሥትመንት እድሎች እና መልካም አጋጣሚዎች ዙሪያ ማብራሪያ ተሠጥቷል።
በፎረም ላይ የተገኙት መጋቢ ሥርዓት ታየ ለታ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከውጭ ጉዳይ ሚኒሥቴር እና ከሌሎች አጋሮች ጋር በመተባበር መሠል የልምምድ ልውውጥ በማዘጋጀት እና በጋራ ለመሥራት እየተተጋ መሆኑን አንሥተዋል።
የኢትዮጵያ እና የቻይና ኩባንያዎችም በተለያዩ የንግድና ኢንቨሥትመንት አማራጮች የሚያደርጓቸው የትብብር ሥራዎች ለጋራ ተጠቃሚነት የላቀ ሚና እንዳላቸውም በማጠቃለያ ንግግራቸው ላይ ጠቁመዋል።
ከኢትዮጵያና ከቻይና ተውጣጡ ኩባንያዎችም በጋራ በሚሰሩባቸው ዘርፎች ዙሪያ የቢዝነስ ለቢዝነስ ውይይት አካሂደዋል፡፡


Waltajjiin Daldalaa fi Invastimantii Itiyoophiyaa Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministeera Dhimma Alaatti Daayreektarri Olaanaa Dhimmoota Baha Giddu Galeessaa, Eeshiyaa fi Paasifikii Ambaasaaddar Akuse Kebede, miseensonni Boordii Mana Maree Daldalaa fi Industirii Itiyoophiyaa, bakka bu’oonni Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa, akkasumas dhaabbileen daldalaa Chaayinaa fi Ityoophiyaa irraa argamanii jiru.
Itiyoophiyaan haaromsa diinagdee raawwachaa jirtu ilaalchisee iddoo daldalaa fi invastimantiif mijataa ta’uu cimsanii kan ibsan Ambaasaaddar Akuseen, mootummaan damee dhuunfaa keessattis sochii diinagdee dagaagsuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Manni Maree Daldalaa fi Industirii Itiyoophiyaa damee dhuunfaa sochoosuuf tattaaffii taasisaa jiru jajjabeessaa ta’uus eeraniiru.
Manni Maree Daldalaa fi Indaastirii Itiyoophiyaa Ministeera Dhimma Alaa fi michoota biroo waliin ta’uun gurmaa’ee waliin hojjechuun muuxannoo wal jijjiiruu fi waliin hojjechuuf hojjechaa akka jiru hirmaattonni waltajjichaa hubachiisaniiru.
Haasaa cufiinsaa isaanii keessatti walta’iinsi dhaabbileen Ityoophiyaa fi Chaayinaa filannoowwan daldalaa fi invastimantii adda addaa irratti taasifamaa jiru faayidaa waliiniitiif gahee guddaa akka qabu hubachiisaniiru. Dhaabbileen Ityoophiyaa fi Chaayinaa irraa dhufanis dameewwan waliin hojjetan irratti marii daldalaa gara daldalaatti gaggeessaniiru.

