Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Nov 25, 2025 .

“ፈጠራ እና ፍጥነት ለቡናችን ስኬት” በሚል መሪ ቃል በተዘጋጀው የ2018 ዓ.ም. ሃገር አቀፍ የቡና ዕውቅና መርሃ ግብር

“ፈጠራ እና ፍጥነት ለቡናችን ስኬት” በሚል መሪ ቃል በተዘጋጀው የ2018 ዓ.ም. ሃገር አቀፍ የቡና ዕውቅና መርሃ ግብር ላይ ተገኝቼ መልዕክት አስተላልፌያለሁ።

ቡና ለአገራችን የውጭ ምንዛሬ ግኝት ለዘመናት የአንበሳውን ሚና እየተጫወተ የሚገኝ ሲሆን በ2017 በጀት ዓመት ለመጀመሪያ ጊዜ ከወጪ ንግድ የተመዘገበው 8.3 ቢሊዮን ዶላር ከፍተኛ ውጤት ውስጥ ከቡና የ2.65 ቢሊየን ዶላር በላይ ገቢ ተገኝቷል።

ለዚህም በመንግስት ቁርጠኝነት የተካሄዱ የተለያዩ የማሻሻያ ስራዎችና አሰራሮች ተፈጻሚነት የዘርፉ ተዋናዮች ርብርብ አድርገዋል። በዛሬው መድረክ ለላቀ ውጤት አስተዋጽኦ ላበረከታችሁ የቡና ላኪዎችና ባለድርሻ አካላት እውቅና መስጠት፣ መልካም ተሞክሮዎችን ለማስፋፋትና ሌሎችን በማትጋት በቀጣይ ከዚህ የላቀ ውጤት ለማስመዝገብ የሚያስችል እንደሚሆን እምነቴ የጸና ነው።

በቀጣይም በምርምር የተደገፈ ዘመናዊ የአመራረት ዘዴን በማጠናከር፣ የምርቱን ጥራት በማረጋገጥና የገበያ መዳረሻዎችን በማስፋት በዓለም ገበያ ሃገራዊ ጥቅማችንን አልቀን ለማስጠበቅ በተቋማት ቅንጅት በትጋት የምንሰራ ይሆናል።
የኢፌዴሪ ንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር
ዶክተር ካሳሁን ጎፌ

Guyyaa har’a “Kalaqnii fi saffisni milk’aayina buna keenyaaf” mata duree jedhuun waltajjii Beekamtii Bunaa Biyyaalessaa Bara 2018 irratti hirmaadhee ergaa dabarseera. Bunni baroota hedduuf galii sharafa alaa biyya keenyaaf qooda leencaa taphachaa kan ture yoo ta’u, bara baajataa 2017tti yeroo jalqabaaf doolaara biiliyoona 8.3 al-ergii irraa galmaa’e keessaa Doolaarri biiliyoona 2.65 ol buna irraa kan argamedha.

Kunis hojiiwwan haaromsaa mootummaan hojiirra oolche milkeessuudhaaf qooda fudhattoonni tattaaffii walirraa hin cinne taasisuudhaan kan argamedha.

Waltajjiin beekamtii kennuu kun muuxannoowwan gaggaarii babal’isuu fi kanneen biroo jajjabeessuun bu’aa caalmaa galmeessuudhaaf kan dandeessisu akka ta’u nan amana.

Fuuldurattis oomishaa ammayyaa qorannoon deeggaraman cimsuu, qulqullina oomishaa mirkaneessuu, fi qaqqabummaa gabaa babal’isuun faayidaa biyyaalessaa keenya gabaa addunyaa keessatti caalmaatti eegsisuuf qindoomina dhaabbileen cimnee kan hojjennu ta’a.
❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️
Today, I delivered a message at the 2018 E.C. National Coffee Recognition Program, organized under the theme “Innovation and Speed for the Success of Our Coffee.” Coffee has long played a pivotal role in earning foreign exchange for our country.

In the 2017 E.C. fiscal year, for the first time, over $2.65 billion of the total $8.3 billion in exports was generated from coffee. This achievement is the result of various reforms implemented by the government and sector stakeholders.

I firmly believe that recognizing coffee exporters and stakeholders for their contributions will help expand best practices and inspire others to achieve greater results in the future.

We will continue to work diligently through institutional coordination to further protect our national interests in the global market, strengthening modern production methods supported by research and development, ensuring product quality, and expanding market access globally.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia