Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Mar 28, 2026 .

Baazaariin Daldalaafi Invastimantii Itiyoo Chaambar

Baazaariin Daldalaafi Invastimantii Itiyoo Chaambar walta’iinsa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa, Mana Maree Daldadalaafi Waldaalee Sektaraa Magaala Adaamaafi Waajjira Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatiin qophaa’e har’a Bitootessa 18 bara 2018 eegaleera.


Sirna Baniinsaa Baazaarichaarratti ergaawwan gara garaa kan darban yoo ta’u, Hogganaan Waajjira pireezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaafi Bakka Bu’aan Pirezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa ergaa dabarsaniin kaayyoon Baazarichaa IMXwwan sababoota gara garaatiin Biizinasiiwwan isaan dadhabe jajjabeessuu akka ta’e himaniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia