የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ከሞስኮ የወጭ ንግድ ማዕከል ጋር ተወያየ።


የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ከሞስኮ የወጭ ንግድ ማዕከል ጋር ተወያየ።
በአዲስ አበባ ሂልተን ሆቴል ከተካሄደው የኢትዮ ሩሲያ የቢዝነስ ለቢዝነስ ፎረም ጎን ለጎን የምክር ቤቱ ፕሬዚደንት ጽህፈት ቤት ኃላፊ አቶ ዋሲሁን ፍቅሬ ከሞስኮ የወጭ ንግድ ማዕከል (Moscow Export Center) የዓለም አቀፍ ትብብር ምክትል ኃላፊ ሊኡድሚላ ፒካሎቫ ጋር ነው በሁለትዮሽ የትብብር መንገዶች ዙሪያ የተወያዩት፡፡
በውይይታቸውም የኢትዮጵያን ምርቶች ወደ ሩሲያ በተለይም ወደ ሞስኮ ለመላክ እና በሞስኮ በሚገኙ እንደ ማዳበሪያ፣ ኬሚካል፣ ማሽነሪ እና ሌሎችንም ቴክኖሎጂዎች የሚያመርቱ ግዙፍ ኩባንያዎች ከኢትዮጵያ የንግድና ኢንቨስትመንት ተቋማት ጋር በትብብር መስራት የሚችሉባቸውን መልካም እድሎች ዳሰዋል፡፡

Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Giddu Gala Daldala Al-ergii Mooskoo Waliin Mari’ate.
Marii Biizinasoota Itiyoo-Raashiyaa Finfinnee, Hoteela Hiltanitti gaggeeffame cinaatti Hogganaan Waajjira Pireezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waaldalee Sektera Itoophiyaa Obbo Waasihun Fiqiree Itti Aantuu Itti Gaafatamtuu Walta’iinsa Idil-Addunyaa Giddu Gala Daldala Al-ergii Mooskoo Adde li’uudimilaa Piikaaloovaa Waliin mari’ataniiru.
Marii isaanii keessatti haala itti Omishaalee Itoophiyaa gara Mooskootti erguun danda’amuufi Dhaabbileen Raashiyaa Mooskootti argamaniifi Xaa’oo, Keemikaalaafi Maashinariiwwan gara garaa oomishan gara Itoophiyaa dhufanii walta’iinsa dhaabilee Itoophiyaatiin hojjechuu danda’anirratti xiyyeefataniiru.
——————————————————————
The Moscow Export Center and the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA) discussed about mutual cooperation.
Following the Ethio-Russia B2B Forum, Wasihun Fikrie, Head of the ECCSA’s President Office, and Ms. Liudmila Pikalova, Deputy Head of International Partnership of the Moscow Export Center, had a side meeting at the Hilton Hotel.
The two parties discussed discussed working together to enhance Ethiopia’s exports to Russia. Additionally, since the Moscow Export Center aims to increase its international trade connectivity, companies that manufacture fertilizers, chemicals, machinery, medical supplies, technology, and other products showed a strong interest to cooperate with Ethiopian businesses.

