በሀገራዊ ሰላምና መረጋጋት የንግዱ ማኀበረሠብ የማይተካ ሚና እንዳለው ተገለጸ።



በሀገራዊ ሰላምና መረጋጋት የንግዱ ማኀበረሠብ የማይተካ ሚና እንዳለው ተገለጸ።
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከብሔራዊ ምክክር ኮሚሽን ጋር በመተባበር ያዘጋጀው የግሉ ዘርፍ በምክክር ሂደት በሚኖረው ሚና ዙሪያ ትኩረቱን ያደረገ የውይይት መድረክ ተካሂዷል።
በአዲስ አበባ ስካይላይት ሆቴል በተካሄደው ውይይትም የብሔራዊ ምክክር ኮሚሽን እንዲሁም የክልል የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤቶች ፕሬዚዳንቶችና ዋና ጸሐፊዎች እንዲሁም የዘርፉ ተመራማሪዎችና እንግዶች ተገኝተዋል።
የሠላም እጦት ከማንም በላይ የሚጎዳው የንግዱን ዘርፍ በመሆኑ የንግዱ ማኀበረሠብ ኃላፊነቱን በአግባቡ መወጣት እንደሚገባው በውይይቱ ላይ ተነስቷል።
የብሄራዊ ምክክር ኮሚሽን ኮሚሽነር ዶክተር አምባዬ ኦጋቶ ከግጭት አዙሪት ለመውጣት ችግሮችን በምክክር እንድንፈታ የተለያዩ ህብረተሠብ ክፍሎችን በሀገራዊ ጉዳይ እንዲደማመጡና የጋራ መፍትሄ በጋራ እንዲፈልጉ ለማድረግ እየሠራ ሥለመሆኑ አብራርተዋል።
የኢትዮጵያ ንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ተጣለበት ኃላፊነት የላቀ መሆኑንና እየሰራቸው ያሉ መሰል ስራዎችም የሚበረታቱ ስለመሆናቸው ተገልጧል፡፡
የምክር ቤቱ ምክትል ፕሬዚዳንት ዶክተር ዓይናለም አባይነህ ምክር ቤቱ የግሉን ዘርፍ ወካይ እንደመሆኑ ሠላም ለቢዝነስ እንዲሁም ቢዝነሥ ለሠላም በሚሉ ጉዳዮች ከመንግሥት ጋር በመተባበር በትኩረት እየሠራን ነው ብለዋል።
በምክክር ሂደትና በንግዱ ማኀበረሠብ የሠላምና መረጋጋት ሚና ላይ ተመራማሪዎች ሠነደችን አቅርበው ሰፊ ውይይት ተደርጎባቸዋል።
———
Hawaasni daldalaa nagaa fi tasgabbii biyyaa uumuu keessatti gahee bakka hin buune akka qabu ibsame.
Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee.Sekteea Ityoophiyaa, Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin ta’uun waltajjii marii adeemsa maree biyyaalessaa keessatti gahee dameen dhuunfaa qabu irratti xiyyeeffate qopheessee jira.
Waltajjii Marii Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame kanarratti Miseensonni Boordii Daayirekatarootaa Mana.Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa, pireezidaantoonni fi barreessitoonni Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera naannollee, Komishinii Maree Biyyaaleessaarraa, akkasuma keessummoonniifi qorattoonni dhaabbilee gara garaarraa affeeraman argamaniiru.
Nageenyi dhabamuun qaama kamiyyuu caalaa damee daldalaa waan miidhuuf hawaasni daldalaa itti gaafatamummaa isaa sirnaan ba’uu akka qabu marii kana irratti ibsameera.
Komishinarri Komishiniin Marii Biyyaalessaa Dr Ambaayee Ogaatoo akka ibsanitti komishinichi kutaalee hawaasaa adda addaa dhimmoota biyyaalessaa irratti walitti fiduun furmaata waloo mariidhaan hiikuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Itiyoophiyaa itti gaafatamummaa guddaa akka qabuu fi hojiin isaan hojjechaa jiran jajjabeessaa ta’uunis ibsameera.
Itti aanaan pireezdaantii mana marichaa Dr Aynalem Abayneh gama.isaaniin, manni marichaa akka bakka bu’aa damee dhuunfaatti dhimmoota akka nagaa daldalaaf, daldalaaf nagaa irratti mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechaa jira.
Qorattoonni adeemsa marii fi gahee nagaa fi tasgabbiin hawaasa daldalaa keessatti qabu irratti waraqaawwan dhiyeessuun, mariin bal’aan gaggeeffameera.

