Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Jun 24, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት በቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ስልጠና ምዘናና ሰርቲፊኬሽን ላይ  ያተኮረ ስልጠና ሰጠ

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት በቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ስልጠና ምዘናና ሰርቲፊኬሽን ላይ  ያተኮረ ስልጠና እየሰጠ ነው፡፡ ስልጠናው በማዕቀፍ፣ በፋይዳውና ማኅበራት በሚኖራቸው ሚና ላይ ያተኮረ ሲሆን  ከስራና ክህሎት ሚኒስቴር ጋር በመተባበር የተዘጋጀ ነው፡፡

ኢንዱስትሪው የሚፈልገውና ብቃት ያለው የሰለጠነ የሰው ኃብት ለማፍራት የመንግስትና የግሉ ዘርፍ ትብብር አስፈላጊ ነው፡፡ ለዚህ ደግሞ የንግድ ማኅበራት (Business Membership Organizations) እና ኩባንያዎች ሚና ከፍተኛ ነው፡፡

በአዲስ አበባ ካሶፒያ ሆቴል እየተሰጠ በለው  ስልጠና ላይ የምክር ቤቱን ምክትል ዋና ጸሐፊ ወ/ሮ ሔለን ረታን ጨምሮ ከስራና ክህሎት ሚኒስቴር፣ ከኢትዮ ቴሌኮም፣ ከሜድሮክ ኢንቨስትመንት ግሩፕና ከሌሎች የመንግስትና የግሉ ዘርፍ ባለድርሻ አካላት ተወካዮች ተገኝተዋል፡፡ ምክር ቤቱ ከጂ አይ ዜድ ሴኩዋ (GIZ-SEQUA) ጋር በመተባበር የቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ስልጠና ማስተባበሪያ ዩኒት በማቋቋም ልዩ ትኩረት ሰጥቶ እየሰራ መሆኑ ይታወቃል፡፡

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ከስራና ክህሎት ሚኒስቴር ጋር በመተባበር በአስተዳደር፣ በጥናትና ምርምር፣ በሙያ ደረጃ እንዲሁም በሌሎች መስኮች ስራዎች ሲሰሩ መቆየታቸው ይታወቃል፡፡

Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Itiyoophiyaa leenjii Sirna Madaallii fi Mirkaneessa gahumsaa Dhaabbilee BLTO irratti xiyyeeffate kennaa jira. Leenjiin Madaallii fi Mirkaneess gahumsaarratti  xiyyeeffateefi walta’iinsa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaafi Ministeera Hojiifi Ogummaatiin qophaa’e  kun, bu’uura, faayidaa fi gahee waldaaleen sirna leenjii Dhaabbilee BLTO  keessatti qabaatanirratti  kan xiyyeeffatedha.  .
Dhaabbileen BLTO Humn namaa ogummaa industiriiwwan  barbaadan gonfatan akka horataniif  tumsi dhaabbilee  dhuunfaa barbaachisaadha. Leenjiicharratti itti aantuu barreessituu olaanaa mana marichaa Aadde Heelen Reetaa dabalatee bakka bu’oonni Ministeera Hojjetaa fi Ogummaa, Itiyoo Teeleekoom, Garee Invastimantii Meedrook fi qooda fudhattoonni damee mootummaa fi dhuunfaa biroonis argamaniiru.
Manni marichaa GIZ-SEQUA waliin ta’uun Kutaa Qindeessaa Barnootaa fi Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa (BLTO) hundeessuun hojjechaa akka jiruu fi dhimmichaaf  xiyyeeffannoo addaa kan kenne ta’uunsaa ni beekama.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia