Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Jun 26, 2026 .

3ኛው ብሔራዊ የቢዝነስ አጀንዳ የባለ ድርሻ አካላት ማሥጸደቂያ አውደ ጥናት ተካሄደ::

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ያዘጋጀው 3ኛው ብሔራዊ የቢዝነስ አጀንዳ የባለ ድርሻ አካላት ማሥጸደቂያ አውደ ጥናት ከሳይፕ ኢትዮጵያ ጋር በመተባበር ያካሄደ ሲሆን በመድረኩም የግሉ ቢዝነስ ዘርፍ ማነቆ የሆኑ ጉዳዮች በጥናት ተለይተው ሰፊ ውይይት ተደርጎባቸዋል።

ከመሬትና የመሥሪያ ቦታ አቅርቦት፣ ከታክስና ጉምሩክ፣ ከፋይናንስ አቅርቦት፣ ከሠላምና ጸጥታ፣ ከመሠረተ ልማት፣ ከውጭ ምንዛሬ አቅርቦት፣ ከሴቶች ተሣትፎ፣ ከግብዓት አቅርቦት፣ የኢ-መደበኛ የኢኮኖሚ እንቅስቃሴ፣ ከሙስናና አስተዳደር ጋር የተያያዙ ጉዳዮች ለቢዝነስ ዘርፉ ዋነኛ ማነቆዎች መሆናቸው ተነስተዋል።

በጥናት ሠነዱ በተለዩ ጉዳዮች ላይ ተጨማሪ ጥናቶች እንደሚያሥፈልጉና በተሣታፊዎች የተነሡ ጉዳዮች እንዲካተቱና ለሀገራዊ ኢኮኖሚ መሻሻል የላቀ ሚና እንደሚኖረው ተጠቁሟል።

Ajandaa Bizinasii biyyaalessaa 3ffaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaatiin Qorannoodhaan adda bahe mirkaneessuuf waltajjiin maree qooda fudhattoota hirmaachise gaggeeffameera.
Waltajjicharrattis hudhaaleen hojii daldalaa gufachiisu jedhamanii qorannoodhaan adda bahan dhiyaatanii mariin bal’inaan kan irratti gaggeeffame yoo ta’u hoggantoonni manneen maree daldalaa fi waldaalee sekteraa naannoleefi Bulchiinsa magaalota gara garaa irratti hirmaataniiru.
Qorannoo gaggeeffameenis dhiyeessiin lafa bakka omishaa, dhimmoonni gibiraafi gumuruukii waliin wal qabatan, dhiyeessiin faayinaansii, rakkoon nageenyaa,  hanqinni bu’uraalee misoomaa, rakkoon sharafa biyya alaa,  daldalli seeraan alaa, malaammaltummaafi rakkoon bulchiinsa gaarii dhaabbileen dhuunfaa shoora dinagdee keessatti qabaachuu qaban akka hin taphanne gufuu itti  ta’uunsaanii adda baheera.
Hirmaattonni marichaas rakkooleen qorannoodhaan adda bahan kunniin furmaata akka argataniif Manni Maree Daldalaafi Waldaaleen Sektera Itoophiyaa qaama Mootummaa dhimmi ilaallatu waliin mari’achuun furmaata akka argatan yoo taasise dhaabbileen dhuunfaa gumaacha misooma dinagdee biyyaatiif taasisuu qaban akaa bahatan taasisa jedhaniiru.

The Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA), in collaboration with CIPE Ethiopia, held a stakeholder validation workshop for the Third National Business Agenda in Addis Ababa.

Major issues identified included access to land, finance, foreign exchange, infrastructure, taxation and customs, security, input supply, governance, and the informal economy.

Participants reviewed the study findings, provided additional input, and emphasized the need for further research and policy dialogue.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia