Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Sep 25, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት በዲጂታል ማርኬቲንግና ኢ-ኮመርስ ላይ ስልጠና ሰጠ::

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ከሳይፕ ኢትዮጵያ(CIPE-Ethiopia) ጋር በመተባበር በጅማ ከተማ ከግሉ ዘርፍ ለተዉጣጡ በዲጂታል ማርኬቲንግና ኢ-ኮመርስ ላይ ስልጠና እየሰጠ ነዉ።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ዋና ፀሐፊ ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ ስልጠናዉን በንግግር በከፈቱበት ወቅት አሁን ባለንበት ጠንካራ የዉድድር አለም የንግድ ስራን በዘልማድ ሠርቶ ተወዳዳሪ መሆን አይቻልም፤ ለዚህም ነዉ የንግድ ም/ቤቶች የግሉን ዘርፍ ወቅቱን በዋጁ ስልጠናዎች አቅም የመገንባት ስራ የሚሰሩት ብለዋል።

በተለይም የንግዱ ማህበረሰብ በዲጂታል ማርኬቲንግ እና ኢ-ኮመርስ በቂ ግንዛቤ እና ዕዉቀት ኖሮት ምርትና አገልግሎቱን ካለበት ሆኖ የማስተዋወቅና በበይነ መረብ ካለበት ቦታ ሆኖ የመሸጥ ልምዱን ማዳበር አለበት ብለዋል።

የጅማ ከተማ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ፕሬዚዳንት አቶ ነጂብ ከድር በበኩላቸዉ የኢትዮጵያ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ከቅርብ ጊዜ ወዲህ በሁሉም የአገሪቱ አካባቢዎች በመንቀሳቀስ የክልሎችና የከተማ አስተዳደሮች የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤቶችን ለማነቃቃትና የግሉን ዘርፍ አቅም ለመገንባት በተለያዩ ወቅታዊ ርዕሰ ጉዳዮች ላይ እየሰጠ ያለዉ ስልጠና የሚበረታታ መሆኑን ጠቁመዉ፣ ለጅማ ከተማ ዕድሉ በመሰጠቱም አመስግነዋል።

Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa ‘CIPE-Ethiopia’ waliin ta’uun dhaabbilee hawaasa daldalaa magaalaa jimmaarraa walitti babahaniif sirna gabaafi daldalaa dijiitaalawaa irratti leenjii ijaarsa dandeettii kennaa jira.
Barreessaan ol’aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr. Qananiisaa Lammii wayita leenjicha jalqabsiisan akka ibsanitti, addunyaa daladalab yeroo ammaa dorgommiin itti heddummatu kana keessatti daldaltoonni Itoophiyaa hojii daldalaa haala baratameen hojjechuun dorgomtoota ta’uu akka hin dandeenye eeraniiru.


Hawaasni dadalaa beekumsaafi hubannoo wayiitawaa akka qabaatuuf manneen maree daldalaa hojiiwwan ijaarsa dandeettiirratti xiyyeeffatanii hojjechaa kan jiraaniifis kanaaf ta’uu ibsaniiru. Keesumaa daldalli fi sirni gabaa dijiitaalawaa dhimma xiiyyeeffannoo barbaadu waan ta’eef hawaasni daldalaa omishaafi tajaajiloota isaa karaa toora Intarneetii beeksifachuufi gurgurachuu adeffachuu qaba jedhaniiru.
Pireezidaantiin Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Kadir gamasaaniin, Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera biyyaalessaa yeroo dhiyoodhaa as manneen maree daldalaa naannoleefi magaalotaa dadaammaqsuufi dandeetti daldaltootaa cimsuuf leenjiiwwan wayitawoo gargaraa kennaa jiraachuusa dinqisiifachuun caarraa kana daldaltoota magaalaa Jimmaatiif kennuusaatiifis galateeffataniiru.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia