Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Oct 26, 2026 .

ለታሪካዊቷ ጎንደር እና ለአካባቢዋ ማህበረሰብ ትልቅ የምስራች የሆነውን የመገጭ መስኖ ግድብ ፕሮጀክት በይፋ መርቀን ለአገልግሎት አብቅተናል- ጠቅላይ ሚኒስትር ዐብይ አሕመድ (ዶክተር)

ለታሪካዊቷ ጎንደር እና ለአካባቢዋ ማህበረሰብ ትልቅ የምስራች የሆነውን የመገጭ መስኖ ግድብ ፕሮጀክት በይፋ መርቀን ለአገልግሎት አብቅተናል።

ይህ ፕሮጀክት ረጅም ዓመታት የዕቅድና አተገባበር መጓተት ቢፈታተነውም፣ በመደመር እሳቤ የአፈጻጸም ችግሮቹን በመፍታት ወደ ታላቅ በረከት መለወጥ ችለናል።

ይህ ግድብ 185 ሚሊዮን ሜትር ኩብ ውሃ የመያዝ አቅም ያለውና ከ17 ሺህ ሄክታር በላይ መሬትን በመስኖ በማልማት በአካባቢው የሚኖሩ በአስር ሺዎች የሚቆጠሩ አርሶ አደሮችን በቀጥታ ተጠቃሚ በማድረግ የአካባቢውን ነዋሪዎች የልማት ጥያቄ በዘላቂነት መመለስ የሚያስችል ታላቅ ፕሮጀክት ነው። ግድቡ ለጎንደር ከተማና በዙሪያዋ ላሉ ከተሞች አስተማማኝ ንፁህ የመጠጥ ውሃ ከማቅረብ ባለፈ፣  ሁለንተናዊ የኢኮኖሚ መነቃቃትን ይዞ የመጣ ነው።

በግድቡ ሰው-ሰራሽ ሀይቅ ዙሪያ የሚስፋፉት የከተማ ግብርና፣ መጠነ-ሰፊ የአሳ እርባታ፣ እንዲሁም ለቱሪዝም ልማት የሚሆኑ የመዝናኛ ሪዞርቶች እና ሎጆች ለአካባቢው ወጣቶች ሰፊ የስራ ዕድል የሚፈጥሩና የንግድ እንቅስቃሴውን የሚያሳድጉ ናቸው።

ይህን ስኬት ለእይታ ለማብቃት በጥብቅ ክትትልና ድጋፍ እውን ማድረግ የቻልን ቢሆንም፣ ጎንደር ገና ብዙ ሊሰራላት የሚገባ ከተማ እንደመሆኗ ህዝቡ በልማቱ ላይ በንቃት እንዲሳተፍ ጥሪዬን አቀርባለሁ። የኢትዮጵያ እድገት ሁሉንም አካባቢዎች ያካተተና ሁሉንም ዜጋ እኩል የሚያቅፍ እንዲሆን በትጋት መስራታችንን እንቀጥላለን!
❇️❇️❇️❇️❇️
Guyyaa har’aa Magaalaa seena-qabeettii Gondariifi naannawaasheetiif misiraachoo guddaa kan ta’e Piroojektii Hidha Jallisii Magac ifatti eebbifnee tajaajila jalqabsiifneerra.

Piroojektiin kun karooraafii raawwii irratti harkifachuun bara dheeraa qoramaata itti ta’ee turuyyuu, yaadama Ida’amuutiin rakkoowwan raawwiisaa hiikuudhaan gara eebba guddaatti jijjiiruu dandeenyeerra.

Hidhi kun piroojektii guddaa humna bishaan meetira kiyubii miliyoona 185 qabachuu danda’u kan qabu yoo ta’u, lafa hektaara kuma 17 ol jallisiidhaan misoomsuudhaan qonnaan bultoota naannicha jiraatan kuma 10 ta’an fayyadamoo taasisuun gaaffii misoomaa jiraattota naannichaa haala waaraa ta’een deebisuu kan danda’edha.

Hidhichi Magaalaa Gondariifi magaalota naannawaashee jiraniif bishaan dhugaatii qulqulluu amansiisaa ta’e dhiyeessuu irra taree dammaqina dinagdee gama hundaa fidee kan dhufedha. Qonni magaalaa naannawaa haroo namtolchee hidhichaatti babal’atu horsiisa qurxummii bal’aa akkasumas riizoortiiwwaniifi loojiiwwan misooma tuuriizimiif oolan dargaggoota naannichaatiif carraa hojii bal’aa kan uumaniifi sochii daldalaa kan guddisanidha.

Milkaa’inni kun kan argame hordoffii cimaadhaan yoo ta’u, Gondar magaalaa si’achi waan hedduun hojjetamuufii qabdu waan taateef uummatichi misooma irratti dammaqinaan akka hirmaatun waamichakoo dhiyeessa. Guddinni Itoophiyaa naannawaa hunda kan haammateefi lammii hunda walqixa kan hirmaachisu akka ta’u ciminaan hojjechuu keenya itti fufna!

Today, we officially inaugurated the Megech Irrigation Dam Project, a major milestone for historic Gondar and its surrounding community. Though delayed for years, we resolved execution challenges through the Medemer philosophy to realize this vital project.

With a capacity of 185 million cubic meters, the dam will irrigate over 17,000 hectares, directly benefiting tens of thousands of local farmers.

Beyond supplying reliable, clean drinking water to Gondar and nearby towns, it stimulates a broader economic growth. The artificial lake will foster urban agriculture, large-scale fisheries, and tourism resorts, creating massive job opportunities for local youth.

While this success stems from rigorous monitoring, Gondar still deserves much more development. I urge the public to actively participate in its development. We remain dedicated to ensuring Ethiopia’s progress is inclusive, benefiting all regions and citizens.

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐብይ አሕመድ (ዶክተር)

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia