የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ከኦሮሚያ ኢንዱስትሪ ፓርክ ልማት ኮርፖሬሽን ጋር ውይይት አካሄደ።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ከኦሮሚያ ኢንዱስትሪ ፓርክ ልማት ኮርፖሬሽን ጋር ውይይት አካሄደ።
ሁለቱ ተቋማት ፤ የንግዱ ማህበረሰብ በኮርፖሬሽኑ ስር በሚገኙ የኢንዱስትሪ ፓርኮች ውስጥ በስፋት ተሳታፊና ተጠቃሚ የሚሆንበትን መንገድ ማመቻቸት እንዲሁም ለሀገር ውስጥ ባለሀብቶች ያሉ የመሰረተ ልማትና የኢንቨስትመንት ዕድሎችን በማስተዋወቅ እና የንግዱን ማህበረሰብ ግንዛቤ ለማሳደግ ረገድ በትብብር ለመስራት ተስማምተዋል።
በውይይቱም፤ የምክር ቤቱ ምክትል ዋና ፀሐፊ ወ/ሮ ሄለን ረታ እንዲሁም ከኦሮሚያ ኢንዱስትሪ ፓርክ ልማት ኮርፖሬሽን በኩል ምክትል ዋና ስራ አስፈፃሚው አቶ መንግስቱ ረጋሳ ተገኝተዋል።
❇️❇️❇️❇️❇️
Itti Aantuun Barreessaa Olaanaa Mana Maree Daldalaa fi Waldaalee Seekteraalee Itoophiyaa (ECCSA) Aadde Heleen Rataa, Itti Aanaa Hojii Gaggeessaa Olaanaa Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa Obbo Mangistuu Ragaasaa waliin dhimmoota waliin hojjechuu danda’an irratti marii bu’a qabeessa taasisaniiru.
Marichi fayyadamummaa Hawaasa Daldalaa Guddisuuf kan taasifame yoo ta’u,
Xiyyeeffannoon Mariichaas:-
✅ Hawaasni daldalaa paarkiiwwan industirii korporeeshinichaa jalatti argaman keessa galuun haala itti fayyadamaa ta’u mijeessuu;
✅ Carraawwan invastimantii fi bu’uuraalee misoomaa paarkiiwwan keessa jiran abbootii qabeenyaa biyya keessaatiif beeksisuu;
✅ Hubannoo hawaasa daldalaa cimsuu fi walitti hidhamiinsa invastimantii uumuuf dhaabbileen lameen qindoominaan hojjechuu kan jedhuu dha.
Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Seekteraalee Itoophiyaa (ECCSA) tumsa hawaasa daldalaa cimsu cimee kan itti fufu ta’uus Aadde Helen xumura marichaarratti ibasaniiru.

