Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Aug 04, 2026 .

Jiilli Barreessaa Ol’aanaa Mana  Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Itoophiyaa  Dr Qananiisaa Lammiitiin  durfamu  Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee

Jiilli Barreessaa Ol’aanaa Mana  Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Itoophiyaa  Dr Qananiisaa Lammiitiin  durfamu  Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee, Buufata Xiyyaaraa Guddinaa Tummsaa wayita gahu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Obbo Masarat Hayiluu, w2Itti gaafatamaa waajjira Daldalaa Obbo Yooseef Qalbeessaa fi Pireezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Obbo Mulugeetaa  Biqilaafi Hoggantoota ol’aanoo biroodhaan simannaan taasifameeraaf.
Jiilli Mana Marichaa turtii guyyoita sadan itti aananiif Magaalaa Naqamteetti taasisuun hoggansa Mootummaa Bulchiinsa Magaalichaa gara garaa waliin haala manneen maree daldalaafi waldaalee sekteraa sadarkaan jiran cimsuun gaheefi shoora dhaabbileen dhuunfaa guddiina diinagdee biyyaa keessatti gumaachuu qaban guddisuun danda’amurratti ni mari’ata jedhameet eegaama.

በዋና ፀሐፊዉ  ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ የተመራዉ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት  ልዑክ በምስራቅ ወለጋ ዞን ነቀምቴ ከተማ ጉዲና ቱምሳ አዉሮፕላን  ማረፊያ ሲደርስ በነቀምቴ ከተማ  ከንቲባ አቶ መሰረት ኃይሉ፣ በንግድ ጽ/ቤት ኃላፊ አቶ ዮሴፍ ቀልቤሳ እና የነቀምቴ ከተማ የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ፕሬዚዳንት አቶ ሙሉጌታ ቢቂላ እና ሌሎች  ከፍተኛ አመራሮች አቀባበል  ተደርጎላቸዋል።
የልዑክ ቡድኑ በነቀምቴ ከተማ ለሶስት ቀናት በሚኖሩት ቆይታ ከከተማ አስተዳደሩ ከፍተኛ የስራ ኃላፊዎች ጋር የንግድ ምክር ቤቶችን በማጠናከርና ተገቢዉን ድጋፍ በማድረግ የግሉ ዘርፍ በአገሪቱ የኢኮኖሚ ዕድገት ዉስጥ ሊኖረዉ የሚገባዉን ድርሻና ሚና ወደ ሚፈለገዉ ደረጃ ማድረስ በሚገባዉ ሁኔታ ላይ ይመክራል ተብሎ ይጠበቃል።

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia