Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Aug 17, 2026 .

ክልሎችና የአገራችን ባንኮችም የኦሮሚያ ክልልንና የስንቄ ባንክን ተሞክሮ በመከተል ወጣቶችን፣ አምራቾችንና ኢንተርፕራይዞችን በፋይናንስ በመደገፍ የበኩላቸውን እንዲወጡ ብሎም አይተኬ ሚናቸውን  እንዲያበረክቱ ምክረ-ሀሳቤን አቀርባለሁ:-ሰብስብ አባፊራ

የአገራችን ባንኮች፤  አምራች ኢንዱስትሪዎችን እንዲሁም  የተቀናጀ ግብርናን በፋይናንስ በመደገፍ፣ ከውጭ የሚገቡ ምርቶችን በመተካት፣ የወጪ ንግድን በማሳደግና ሰፊ የሥራ ዕድሎችን በመፍጠር ሚናቸውን በሚጠበቅባቸው ደረጃ እና ኃላፊነት  እንዲወጡ  ቢያግዙ የሚያስመሰግን ተግባር ነው።

ከዚህ አንፃር የስንቄ ባንክ በኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት ዋስትና ፤  የተሻለ የስራ ዕድል የመፍጠርና የመለወጥ አቅም ያላቸው ዜጎችን በፋይናንስ በመደገፍ፤  በክልሉ የሥራ እንቅስቃሴና የሥራ ዕድል ፈጠራ ላይ አበረታች ሚና እንዲጫወቱ የማድረግ ሚናውን እየተወጣ ይገኛል።

ሌሎች ክልሎችና የአገራችን ባንኮችም የኦሮሚያ ክልልንና የስንቄ ባንክን ተሞክሮ በመከተል ወጣቶችን፣ አምራቾችንና ኢንተርፕራይዞችን በፋይናንስ በመደገፍና በተሻለ ሁኔታ በመሥራት  ለሀገራችን ኢኮኖሚያዊ ዕድገት የበኩላቸውን እንዲወጡ ብሎም አይተኬ ሚናቸውን  እንዲያበረክቱ ምክረ-ሀሳቤን አቀርባለሁ።
❇️❇️❇️❇️
Baankiin Siinqee dargaggoota Oromiyaa rakkoo diinagdeef Saaxilamaniif qabatamaan Wabii ta’u isaa mirkanneesaa  jira.

Baankiin Siinqee, Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa wabii argateen, Dargaggoota carraa hojii uumuu, kalaquu fi jijjiirama fiduu danda’an maallaqaan deeggaruun, sochii dinagdee fi carraa hojii uumuu Naannichaa keessatti gahee jajjabeessaa taphachaa jira.

Baankonni biyyattii biroonis industirii oomishaa fi qonna walitti hidhamiinsa qabu maallaqaan deeggaruu, oomishaalee alaa galan Omisha biyya keessaan  bakka buusuu, al-ergii guddisuu fi carraa hojii bal’aa uumuu keessatti gahee isaan irraa eegamu sadarkaa irraa eegamun sirnaan yoo bahatan, dinagdee biyya keenyaa keessatti hojii galataa fi fakkeenyummaa qabu raawwatu.

Kanaaf, Naannoleen biroo fi baankonni biyyattii muuxannoo garii Naannoo Oromiyaa fi Baankii Siinqee irraa barachuun, dargaggoota, oomishtoota fi dhaabbilee hojii uumuu keessattj bobba’aaniif  maallaqaan deeggaruun, caalaalmaatti  hojjechuudhaan guddina dinagdee biyya keenyaa keessatti gahee isaanii isa murteessaa fi bakka hin bu’amne akka bahatan  yaadaa fi gorsa  koo nan dhiyeessa.

ሰብስብ አባፊራ አባጆቢር
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ፕሬዚደንት

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia