Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 08, 2026 .

በቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ሥልጠና (TVET) ሥትራቴጂ ዙሪያ ውይይት ተካሄደ።

በኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት የተቋቋመው የቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ሥልጠና ማስተባበሪያ ዩኒት በሚያከናውናቸው ተግባራት እንዲሁም በቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ሥልጠና (TVET) ሥትራቴጂ ዙሪያ ከባለ ድርሻ አካላት ጋር በኢሊሊ ሆቴል ውይይት ተካሄደ።

በውይይቱም የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ዋና ጸሐፊ ዶክተር ቀነኒሳ ለሚን ጨምሮ ከሥራና ክህሎት ሚኒስቴር፣ ከተለያዩ የቴክኒክና ሙያ ፖሊ ቴክኒክ ኮሌጆች፣ ከማኀበራት፣ ከአምራች ኢንዱስትሪዎችና ከሌሎች ባለድርሻዎች የተውጣጡ አካላት ተገኝተዋል።

የቴክኒክና ሙያ ትምህርትና ሥልጠና ተቋማት ብቁና ተወዳዳሪ የሠው ሀብት ለማፍራት የክህሎት ክፍተትን መሙላት፣ የትብብር ሥልጠና ማጠናከር፣ ምርታማነትና እድገትን ማምጣት ዋነኛ የትኩረት ነጥቦች መሆን እንዳለባቸው ተጠቁሟል።

ወርክሾፑ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ከGIZ STEP -IV ጋር በመተባበር የተዘጋጀ ነው።


—————————–
Gahee hojiifi Ittigaafatamummaa Yuuniitii Qindeessaa Dhaabbilee Barnoota Leenjii Teekinikaafi Ogummaa   Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa keessatti Hunddaa’eefi Tarsiimoo Dhaabbilee Barnoota Leenjii Teekinikaafi Ogummaa (BLTO) haarawwaa irratti Magaalaa Finfinnee, Hooteela Ililliittii mariin hubannoo uumuu gaggeeffamaa jira.
Marii kanarrattis Barreessaa  Ol’aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr. Qananiisaa Lammii dabalatee Ministeerri  Carraa hojii Uumuufi Ogummaa, Dhaabbileen BLTO, waldaaleen, Industiriiwwan Omishaalee gara garaa irratti bobba’aniifi qooda fudhattoonni biroonis hirmaataniuru.
Dhaabbileen BLTO humna namaa dandeettiifi gahumsa qabu horachuun qaawwa ogummaa dhaabbileen omishtootaa kaasan duuchuun omishaafi Omishtummaa guddisuurratti  xiyyeeffatanii leenjii qindaawaa kennuu akka qaban waltajjicharratti eerameera.
Waltajjiin Marii kun Walta’insa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa fi ‘GIZ’n kan qopha’edha.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia