Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 01, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤትና  የብራዚሉ ፔትሮስፔክ ግሩፕ  ተወያዩ።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤትና  የብራዚሉ ፔትሮስፔክ ግሩፕ  ተወያዩ።

በውይይቱም በኢትዮጵያ በአሁኑ ወቅት ለውጭ ኢንቨስተሮች ያሉ የድጋፍ አግባቦችና የኢንቨስትመንት አማራጮች ላይ  ማብራርያ  ተሰጥቷቸዋል።

ሁለቱ የብሪክስ አባል ሀገራት በንግድና ኢንቨስትመንት በተለይም በማእድን፣ በቱሪዝም፣ በቆሻሻ አወጋገድ፣ በቴክኖሎጅ እና በሌሎች የኢንቨስትመንት መስኮች አብሮ መሥራት በሚቻልባቸው  ሁኔታዎች ላይ ውይይት  ተደርጓል።

በውይይቱ ላይ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት ምክትል ዋና ጸሐፊ ወይዘሮ ሔለን ረታ  እንዲሁም ከብራዚል ፔትሮስፔክ ግሩፕ ስራ አስኪያጅ ሮናልዶ ባሬቶ ተገኝተዋል።

 

============

Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Garee Peetiroospeek Biraaziil Waliin Mari’ate.

Marii gaggeeffame kanarrattis haala Mijataa Itoophiyaan Invaasstaroota biyya Alaatiif qabduufi deeggarsoota Mootummaan Itoophiyaa abbootii qabeenyaa biyya alaatiif taasisurratti ibsi gahaan kennmeera.

Biyyoonni Miseensa ‘BRICS’ ta’an kunniin hojiiwwan Daldalaafi Invastimantii kanneen akka Omisha Albuudaa, Tuurizimii, Dhabamsiisa Balfaa Ammayyawaafi Misooma Teekinooloojiirratti waliin hojjechuuf fedha kan qaban ta’uun ibsameera.

Maricharratti Barreessituu Itti Aantuun Mana Maree Daldalaafi Waldaale Sektera Itoophiya Aadde Helen Rattaafi Hoji Gaggeessaaan Peetiroospeek Biraaziil, Roonaaldoo Baareetoo hirmaataniiru

=================

The Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations held discussions with Brazil’s Petrospec Group, highlighting investment opportunities and support mechanisms for foreign investors in Ethiopia.

The talks explored potential collaboration between the two BRICS countries in sectors such as mining, tourism, waste management, and technology.

The meeting was attended by ECCSA Deputy Secretary General Ms. Helen Reta and Petrospec Group Manager Mr. Ronaldo Barreto.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia