Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Apr 08, 2026 .

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, hojii seena-qabeessaa fi fakkeenyummaa  hojjechaa jirtanuuf galanni koo olaanaadha.

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, hojii seena-qabeessaa fi fakkeenyummaa  hojjechaa jirtanuuf galanni koo olaanaadha.

Har’a, Magaalaa Shaggar  magaalaa Magarsiituu, hawwattuu fi wiirtuu dinagdee Oromiyaa kan  taate, Magaalaa yeroo gabaabaa keessatti kallattii hundaan hojii qabatamaa fi jijjiirama fakkeenyummaa qabu galmeessisaa jirtu,  Kutaa Magaalaa Malkaa Nonnoo, Aanaa Malkaa Gafarsaatti, bakka Kabajamoo Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dr. Tashooma Addunyaa, hoggansa olaanoo sadarkaa adda addaa irra jiran, akkasumas miseensonni Boordii Daayireektarootaa argamanitti, Gamoo abbaa darbii kudha shan (15) tajaajila waajjiraa fi kan biiroof ooluuf yaadamee ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’amee hojii eegalsiifamuu isaa gammachuu guddaa na keessatti uumeera.

Kun hojii ijaarsaa qofa osoo hin taane, mul’ata, kutannoo fi hojii mootummaa gara bu’aa qabatamaatti jijjiiruu danda’u kan agarsiisu ta’uu isaa ibsuun barbaada.
Kana malees, Wabii, Abukaatoo fi Gaaddisa Hawaasa Daldalaa kan ta’ee, Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Damee Shaggar, yeroo gabaabaa keessatti hundeeffamee miseensota 95,000 ol horachuun, Oromiyaa biira darbe  akka biyyaatti illee fakkeenya ta’ee mul’achuu isaatiif gammachuu fi kabaja guddaan nan dinqisiifadha.

Milkaa’ina guddaa yeroo gabaabaa keessatti galmaa’e kana keessatti, gaheen hoggansa Mana Maree Daldalaa Shaggar olaanaa ta’us, iccitii dhugaa milkaa’ina kanaa keessaa inni guddaan tokko, deeggarsa fi  hordoffii itti fufiinsa qabu fi tumsa cimaa Bulchiinsi Magaalaa Shaggar taasisaa turee fi ammas taasisaa jiru ta’uu isaa addatti kaasuun barbaada.

Kanaafuu, Kabajamoo Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dr. Tashooma Addunyaa fi hoggansa isaanii, hojii seena-qabeessa kana keessatti qooda olaanaa taphataniif, galata guddaa fi kabajaa ol’aanaa qabu ibsun  barbaada.

Akkasumas, Boordii Mana Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Shaggar, hoggansa, ogeeyyii fi raawwattoota damee kanaa hundaaf ,qindoomina cimaa fi  kaka’umsa olaanaan  hojii fakkeenyummaa guddaa hojjechaa jirtaniif galanni koo guddaadha.

Dhuma irrattis Hawaasa Dalddalaa Magaala Shaggar hundaan Sagalee keessan, Abukaatoo falmaa Mirgaa fi Itti fayyadamummaa keessan mirkenneessu Mana keessan ijaarachaa jirtu; isiin warra Fakkeenyaati jabaadhaa; Mana Maree Dalddalaa fi waldaalee seektara Shaggariif isiin Mootaraa  Waan Eegaltanis  akka isiin galmaan geessan hin shakku
Jechaa Gammachuu fi Abdi Guddaa Natti dhaga’aame maqaa kooti fi Maqaa Mana maree Dalddalaa fi seektara Oromiyaatiin ibsun barbaada.

ለሸገር ከተማ አስተዳደር ፤ አየሠራችው ላላቹት እጅግ ተምሣሌታዊ፣ ታሪካዊና አርአያነት ያለው ተግባር ከፍተኛ ምስጋናዬን ማቅረብ እወዳለሁ።

ዛሬ፣ በአረንጓዴዋ፣ በማራኪ እና የክልላችን ኦሮሚያ የኢኮኖሚ ስበትና  ማዕከል በሆነችው፤ በአጭር ጊዜ ውስጥ በሁሉም አቅጣጫ ተጨባጭ ሥራና አበረታታች  ለውጥ እያስመዘገበች ባለችው የሸገር ከተማ  በመልካ ኖኖ ክፍለ ከተማ፣ በመልካ ገፈርሳ ወረዳ፣ ክቡር የሸገር ከተማ ከንቲባ ዶ/ር ተሾመ አዱኛ፣ በየደረጃው ያሉ ከፍተኛ አመራሮች እና የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት በተገኙበት፣ ለቢሮ እና ለተለያዩ አገልግሎቶች  የሚውል በ15 ወለል  ፎቅ ህንፃ( G+15)  ሥራው  በይፋ በመጀመሩ ከፍተኛ ደስታ አጎናፅፎኛል።

ይህ ተግባር የህንፃ ግንባታ ብቻ ሳይሆን፣ መንግስትን ቁርጠኝነት  የንግዱን ማህበረሰብ ራዕይ  ወደ ተጨባጭ ውጤት መቀየር እንሚችል  የሚያሳይ ድንቅ ተግባርና የአጋርነት ውጤት  ነው።

በተጨማሪም፣ የንግድ ማህበረሰቡ ዋስትና፣ ጠበቃ እና ጥላ የሆነው የሸገር ቅርንጫፍ የንግድና  የዘርፍ ማህበራት ም/ ቤት በአጭር ጊዜ ውስጥ ተቋቁሞ ከ95,000 በላይ አባላት በማፍራት፣ ከኦሮሚያ ክልል አልፎ በሀገር ደረጃም አርአያ ሆኖ መታየቱ በእውነት የሚያስደንቅ ስኬት ነው።

ይህ ታላቅ ስኬት በአጭር ጊዜ ውስጥ እንዲመዘገብ በሸገር የንግድና  የዘርፍ ማህበራት ም/ ቤት አመራር የተደረገው ሚና ከፍተኛ ቢሆንም፣ የዚህ ስኬት እውነተኛ ምስጢር ከሆኑ ዋና ዋና ነገሮች መካከል አንዱ፣ የሸገር ከተማ አስተዳደር ሲያደርገው የነበረውና አሁንም እያደረገ ያለው ቀጣይነት ያለው ድጋፍ፣ ክትትል እና ጠንካራ ትብብር መሆኑን በተለይ ማስገንዘብ እፈልጋለሁ።

በመሆኑም  ለክቡር የሸገር ከተማ ከንቲባ
ዶ/ር ተሾመ  አዱኛ እና በዚህ ታሪካዊ ሥራ ውስጥ ከፍተኛ አስተዋፅኦ ላበረከቱ በየደረጃው ለሚገኙ አመራሮች  ታላቅ ምስጋናዬን እና ከፍተኛ አክብሮቴን መግለፅ እወዳለሁ።

እንዲሁም የሸገር የንግድና ዘርፍ ማህበራት ም/ቤት ቦርድ አመራሮች፣ ባለሙያዎች እና ፈጻሚዎች በሙሉ፣ በጠንካራ ቅንጅትና ከፍተኛ ተነሳሽነት እያከናወናችው ላላችውት አርአያነት ያለው ሥራ ከልብ አመሰግናለሁ።

በመጨረሻ የሸገር ከተማ የንግድ ማህበረሰብ በሙሉ፣ ድምፃችሁን፣ የመብት ተሟጋቻችው  እና ለሁለንተናዊ  ተጠቃሚነታችሁ ለቆመው ተቋማችው  የራሳችሁን ቤት እየገነባችሁ ናችው። ይህ በእውነት የሚደነቅ ተግባር ነው።
እናንተ አርአያ በመሆናችው ተሣትፎችውን በዚህ መንገድ ቀጥሉ፤ የጀመራችሁትን ሥራ ወደ ሙሉ ስኬት እንደምታደርሱም አልጠራጠርም።
በአጠቃላይ ለተከናወነው ተምሣሌታዊ እና እጅግ ተስፋ ሰጪ  ተግባር የተሰማኝን ምሥጋና እና ክብር በራሴ እና በኦሮሚያ የንግድና ዘርፍ ማህበራት  ም/ ቤት ስም በታላቅ አክብሮት  መግለፅ እወዳለሁ።

የኢትዮጵያ ንግድና ዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ፕሬዚደንት
ሰብስብ አባፊራ አባጆቢር

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia