የአፍሪካ የወደፊት እጣ ፈንታ በአዳዲስ ፈጠራዎችና እና በምናዳብረው የእውቀት ኢኮኖሚ ይወሰናል:- ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ


‹‹የአፍሪካ የወደፊት እጣ ፈንታ የሚወሰነው ባላት የተፈጥሮ ሀብት ብቻ ሳይሆን በምንገነባው የተቋማት ጥራት፣ በአመራር ብቃት፣ በአዳዲስ ፈጠራዎችና እና በምናዳብረው የእውቀት ኢኮኖሚ ይወሰናል፤ይህንን እውን ለማድረግ ደግሞ ከንግድ ትምህርት ቤቶች ብዙ ይጠበቃል፡፡›› ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ የኢትዮጵያ የንግድና የዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ዋና ፀሐፊ፡፡
የኢትዮጵያ የንግድና የዘርፍ ማህበራት ምክር ቤት ዋና ፀሐፊ ዶ/ር ቀነኒሳ ለሚ ይህንን ያሉት የአፍሪካ እሴቶችን እና አለምአቀፍ የወደፊት ተስፋዎች፡ በማሻገር ሂደት ውጥ የንግድ ትምህርት ያላቸው ሚና በሚል መሪ ቃል የአፍሪካ የንግድ ትምርት ተቋማት ማህበር (Associations of African Business Schools (AABS)) በተባሩት መንግታት ድርጅት የአፍሪካ ኢኮኖሚክ ኮሚሽን የሥብሰባ አዳራሽ በተካሄደው ጉበኤ ላይ ባስተላለፉት መልእክት ነው፡፡
ስለ አፍሪካ ለውጥ የሚደረገው ውይይት ስለ ትምህርት በተለይም ስለ ንግድ እና የአመራር ትምህርት ከሚደረገው ውይይት ተለይቶ የሚታይ አይደለም ያሉት ዶ/ር ቀነኒሳ፣ የንግድ ትምህርት ቤቶች የሂሳብ አያያዝን፣ አስተዳደርን፣ ፋይናንስን እና ግብይትን የሚያስተምሩ ተቋማት ብቻ ሰይሆኑ በሃያ አንደኛው ክፍለ ዘመን የንግድ ትምህርት ቤቶች አገራዊ ተወዳዳሪነትን፣ ተቋማዊ አመራርን፣ የኢንዱስትሪ ሽግግርን እና ዘላቂ ልማትን የሚቀርጹ ስትራቴጂካዊ ተቋማት መሆን አለባቸው ብለዋል፡፡
የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ዳይሬክተር ጄነራል ዶ/ር ኤባ ሚጀና በበኩላቸው የቢዝነስ ትምህርት ተቋማት ከተለመደው የቲዎሪ የትምህርት አሰጣት ወጥተው ከተግባራዊው አለም ኢንዱስትሪ ፍላጎት ጋር ቀጥተኛ ግንኙነት ባለው መልኩ ማስተማር እንዳለባቸው በጉባኤው ላይ ባስተላለፉት መልእክት አሳሰስበዋል፡


Egereen Afrikaa qabeenya uumamaa ishee qofa irratti osoo hin taane, qulqullina dhaabbilee ijaarru, dandeettii geggeessummaa, kalaqa, fi dinagdee beekumsaa guddifnu irratti hundaa’a, kana dhugoomsuuf manneen barnootaa daldalaa irraa waan baay’eetu eegama jedhan Barreessaa Olaanaa Mana Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera Itiyoophiyaa Dr. Qaananiisaa Lammii.
Dr. Qananiisaa Lammii ibsa kana kan kennan Waldaa Manneen Barnootaa Bizinesii Afrikaa (AABS) Komishinii Diinagdee Afrikaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti mata duree: Duudhaalee Afrikaa fi Egeree Addunyaa: Gahee Manneen Barnootaa Bizinesii jedhuun gaggeeffame irrattidha.
Mariin waa’ee jijjiirama Afrikaa irratti taasifamu marii waa’ee barnootaa, keessattuu barnoota daldalaa fi hooggansaa irraa adda kan hin baane ta’uu kan himan Dr. Qananiisaan, manneen barnootaa daldalaa dhaabbilee Akkountiingii, hoggansa, faayinaansii, fi waa’ee gabaa barsiisan qofa ta’uu osoo hin taane, jaarraa 21ffa keessatti manneen barnootaa daldalaa dhaabbilee tarsiimoo dorgomtummaa biyyaalessaa, hoggansaa dhaabbilee, jijjiirama industirii, fi misooma itti fufiinsa qabu bocan ta’uu qabu jedhan.
Daarektarri Olaanaa Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dr. Eebbaa Mijanaa gama isaaniitiin ergaa konfiraansii kanarratti dabarsaaniin dhaabbileen barnoota daldalaa barnoota tiyoorii barame irraa gara haala fedhii industirii qabatamaa addunyaa waliin kallattiin wal-simuu qabatuurrtti xiyyeeffatanii barsiisuu akka qaban cimsanii dubbataniiru.
————————————————————-
The future of Africa depends not only on its natural resources, but also on the quality of institutions we build, leadership skills, innovation, and the knowledge economy we foster; and much is expected of business schools to make this a reality, said Dr. Kenenisa Lemi, Secretary General of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations.
Dr. Kenenisa Lemi, Secretary General of the Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations, made this statement during a meeting of the Association of African Business Schools (AABS) at the United Nations Economic Commission for Africa (ECA) with the theme: African Values and Global Futures: The Role of Business Schools in Driving and a Transforming Continent.
Dr. Kenenisa said that the discussion about Africa’s transformation is inseparable from the discussion about education, especially business and leadership education, adding that business schools should not be just institutions that teach accounting, management, finance, and marketing, but rather, in the twenty-first century, business schools should be strategic institutions that shape national competitiveness, institutional leadership, industrial transformation, and sustainable development.
Director General of Science and Higher Education Institutions, Dr. Eba Mijena, on his part, emphasized in his message to the conference that business education institutions should move away from the usual theoretical education and teach in a way that is directly related to the needs of the practical world industry.

