Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

May 22, 2026 .

የዱባይ- ኢትዮጵያ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ሸራተን አዲስ ሆቴል ተካሄደ::

   

የዱባይ- ኢትዮጵያ ቢዝነስ ፎረም በአዲስ አበባ ሸራተን አዲስ ሆቴል ተካሄደ::

በፎረሙ ላይም የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር፣ የኢትዮጵያ ኢንቨሥትመንት ኮሚሽን፣ የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤት፣ በኢትዮጵያ የተባበሩት አረብ ኢምሬቶች ኤምባሲ እንዲሁም የዱባይ ንግድ ምክር ቤትና የሁለቱ ሀገራት የቢዝነስ ተቋማት ተወካዮች ተገኝተዋል።

የተባበሩት አረብ ኤምሬቶች የኢትዮጵያ ዋና የወጭ ንግድ መዳረሻ ሀገር ሥትሆን ዱባይ ለኢትዮጵያ ቢዝነሶች ምቹ የቢዝነስ አጋር መሆንዋን እና በርካታ የሀገሪቱ ኩባንያዎችም በኢትዮጵያ በሥራ ላይ እንደሚገኙ ተጠቅሷል።

የሁለቱን ሀገራት የንግድና ኢንቨሥትመንት ግንኙነት ወደ ላቀ ደረጃ ከፍ እንደሚያደርገው  የሚጠበቀው ፎረሙ፤  በኢትዮጵያ የተባበሩት አረብ ኢምሬቶች ኤምባሲ፣ በኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኀበራት ምክር ቤትና በሌሎች ባለድርሻ አካላት ትብብር የተዘጋጀ ነው።
 

Fooramiin Biizinasii  Itiyoo-Dubaay Magaalaa Finfinnee, Hooteela Sharaatanitti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti Ministeerri Dhimma Alaa, Komishiniin Invastimantii Itoophiyaa, Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa, Imbaasiin Emireetota biyyoita Arabaa Gamtoomanii , akkasumas Manni maree Daldalaa Dubaayiifi dhaabbileen Daldalaa biyyoota lamaanii argamaniiru.
Biyyoonni Emireetota Arabaa daladala al- ergii  Itoophiyaa hedduudhaaf bakka gahumsaa ijoo  yoo ta’an, Dubaayi biizinasoota Itoophiyaa hedduudhaaf  kan tumsituufi Kaampaaniiwwan Dubaay hedduun Itoophiyaa keessatti hojiirratti bobba’anii jiraachuun ibsameera.
Fooramiin hariiroo daldalaafi invastimantii biyyoota lamaanii daran cimsa jedhame kun  walta’insa manneen Maree Daldalaa Itoophiyaafi Dubaayii, akkasumas  Itoophiyaatti Imbaasii Emireetota Biyyoota Arabaa Gamtoomaniifi qooda fudhattoota biroon kan qohaa’edha.

The Dubai–Ethiopia Business Forum was held at the Sheraton Addis Hotel, bringing together representatives from Ethiopia’s Ministry of Foreign Affairs, the Ethiopian Investment Commission, ECCSA, the UAE Embassy in Ethiopia, the Dubai Chamber of Commerce, and business leaders from both countries.
The forum highlighted the growing trade and investment ties between Ethiopia and the UAE, describing Dubai as a key trade and investment hub for Ethiopian businesses. The event is expected to further strengthen economic cooperation and business partnerships between the two nations.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia