Mon - Fri: 8:30 - 05:30 PM
info@ethiopianchamber.com

Read more

Oct 27, 2026 .

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ የ2019 በጀት ዓመት የመጀመሪያ ሩብ ዓመት መደበኛ ስብሰባችንን ዛሬ በድሬዳዋ ማካሄድ ጀምረናል።

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ የ2019 በጀት ዓመት የመጀመሪያ ሩብ ዓመት መደበኛ ስብሰባችንን ዛሬ በድሬዳዋ ማካሄድ ጀምረናል።

በዚህ መደበኛ ስብሰባም፤ የምክር ቤቱ የ2019 በጀት ዓመት የመጀመሪያ ሩብ ዓመት የስራ አፈጻጸም በጥልቀት የሚገመገም ሲሆን፣ በሩብ ዓመቱ የተከናወኑ ተግባራት፣ የተመዘገቡ ውጤቶች፣ የታዩ ጠንካራ ጎኖችና መሻሻል የሚያስፈልጋቸው ጉዳዮች ላይ በዝርዝር በመወያየት አስፈላጊ የስራ አቅጣጫዎች የሚቀመጡ ይሆናል።

ስብሰባው የምክር ቤቱን የስራ አፈጻጸም በመገምገም፣ የተቋሙን የስራ ቅልጥፍና ለማጠናከር፣ እንዲሁም በቀጣይ የሚከናወኑ ተግባራት ላይ የጋራ አቅጣጫ ለማስቀመጥ ጉልህ ሚና ይኖረዋል።

የተከበሩ ሰብስብ አባፊራ አባጆቢር
የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ፕሬዚዳንት

Boordiin Daayirektaroota Manna Maree Daldalaa fi woldaa sektera Itiyoophiyaa walgahii idilee kurmaana jalqabaa bara baajataa 2019 guyyaa har’aa magaalaa Dire Dawaatti eegale.

Walgahii idilee kana keessatti raawwiin hojii Mana Marichaa kurmaana jalqabaa bara baajataa 2019 gadi fageenyaan kan ilaalamu yoo ta’u, hojiiwwan kurmaana kana keessatti raawwataman, bu’aawwan galmaa’an, cimina adda baafaman, fi dhimmoota fooyya’iinsa barbaadan irratti bal’inaan mari’achuudhaan kallattii hojii barbaachisoo ta’an ni kaa’amu.

Walgahiin kun raawwii hojii Mana Marichaa madaaluu, gahumsa hojii dhaabbatichaa cimsuu, hojiiwwan gara fuula duraatiif kallattii waloo kaa’uu keessatti gahee olaanaa qaba.

Kabajamoo Sabsib Abbafira Abbajobir
Pireezidaanti Mana Maree Daldalaa fi Waldaale Sektara Itoophiyaa

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Contact Info

Mon - Fri : 8:00 AM - 05:00 PM
Sat : 8:00 - 06:00 PM
+251 115 514 005
info@ethiopianchamber.com
+251-115-517699
517

Office Address

Mexico Square, Addis Ababa, Ethiopia